Human Right Watch asks UN and AU to intervene on the current situation of Ethiopia
http://blogg.mittmedia.se/ Military Deployment, Terrorism Rhetoric Risk Escalating Violence Ethiopian security forces have killed dozens of protesters since November 12, 2015, in Oromia regional state, according to …
Read More »Warraaqsa Bilisummaa Qindeessitan Sababaa Jedhuun Sabboontoti Oromoo Heddumminaan Hidhamaa Jiru.
Gootonni Dargaggoonni Oromoo Jimmaa Warraaqasa Bilisummaa Finiinsuun Diddaa Kaasan,Poolisoonni Oromiyaas FDG Tumsan
Sadaasa 20,2014 Sagalee Diddaa Gootota Qeerroo,Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaa
Sochiin Warraqsaa FDG Sadaasa 20,2014 galgala har’aa Mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa keessatti gootota barattoota Oromootiin qabsiifame hanga halkan keessa sa”aa 4:00tti waraana Wayyaanee humnaan mooraa barattoota …
Read More »FDG Ebla 2014 Ka’een Walqabatee Oromoonni 2390 Ta’an Mannneen Hidhaa Adda Addaa Keessatti Dararamaa Jiru.
Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa, National Youth Movement for Bilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD) Freedom and Democracy (NYMFD) FDG Ebla 2014 Ka’een Walqabatee Oromoonni 2390 Ta’an Mannneen Hidhaa Adda …
Read More »Uummanni Amboo Gootummaan Diina Dura Dhaabbachuun Badiyaa fi Magalaan Waraana Wayyaanee Dandii Konkolaataa Dhorkate.
Uummanni Amboo Waraanni Wayyaanee Dhiha Oromiyaa Wallaggatti Akka Hin Dabarreef Bakkoota 16 ol ta’anitti mukkeen guruguddaa jigsuun gootummaan dura dhaabbatan suuraa gamtaa poolisii Ebla 30/2014 …
Read More »