By Ibsaa Guutamaa Sabaawota Oromiyaan kan ijaaraman dhaabota hedduutu jira. Garuu akki isaan akeeka qabsoo Oromoo itt ilaalan adda addaa. Oromoo tahu taatotaa malee garagarummaa …
Read More »
Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana se’ee farra Oromummaan yoo bookkisu …
Read More »Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii balaleffafatanii .Garuu homaa jijjiiruu hin …
Read More »Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii …
Read More »Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf qaccee gubbaan hidhata qabutu jira. …
Read More »Walaloo Cuuraa Manguddootaaf obboo Ibsaa Guutamaatiin…
Read More »Dhumarra Ga’a Kolonummaa Gaanfa Afrikaa Ibsaa Guutama irraa* | Bitootessa 2013 Tigraway sirna malbulcha Habashaa keessatt miiltoo maadhaa turan. Erga mootummaa Zagu’ee as Amaarri, guggufannaa …
Read More »