Prof. Mararaa Guddinaa “Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin of bulchuufi” Warra Xoophiyaa haaressuufis …
Read More »Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?
Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba
Haxxishoo! Guddadhu!
Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu walabummaa babbay’suun kiyya ni yaadatama. …
Read More »Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame
Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi maqaballeessiin gamaa gamanaa bahamee dibbeen …
Read More »Eebilaa fi Barattoota Oromoo!!!
Akkuma beekamu Ji’i Eebilaa waggaa darbe irraa kaasee uummata Oromoo biratti ji’a addaati.Ji’i kun Ji’a qabsoon uummata Oromoo Laafee ture itti Jabaate dha.Ji’i kun ji’a …
Read More »