Najiib Zannuun irraa Filuun boortaa mitii Dabbasaan tan abbaatii Feetu gudureeysuun, Feetu goofareeysuun, Murtiin mataa keeti. Tan sabaatii mitii Kanniisa hin filadhu! Isas hin jaaladhu! …
Read More »Walaloo Afaan Oromoo GOOTOTA
Walaloo Afaan Oromoo/Moosinni Ni Dabra
OMN kan ummataan dhaabbatee fi kan ummataa waan ta’eef namni fedhe haala adeemsaa irratti yaada mataa isaa kennachuu mirga qaba.
Baraat hammaate moo Numaatu hammeessee?
Bara barri hammaatee dubbiin gara galte, Bara wanni hundi faallaatti geeddaramte, Hamileen duraanii hundi qabbanooytee Wanti jechaa turan hundinuu hanqattee Dubbiin duraaniitis hundi qaqallattee, Tan …
Read More »Guyyaa WBO/Waraana Bilisummaa Oromoo
Kabaja Guyyaa WBO irratti walaloo Najiib Zannuun
Read More »NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!
Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon Oromoo garamirraa garam deemaa jirtii …
Read More »Dhaabni suuqii tahee..Magaalaan oowwitee?
Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas taatee. Irbuu kalee seenuun manaa …
Read More »E B O L A
Dhukkuba hamaa nurraa qabi “Ebola” Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi mee jalaa! Gurra namuu gahee …
Read More »Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe..
Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe Dhiitee naaf bariitu guyyuu hiraarumaa Kalees booyaan turee har’as akkasuma Walirraa hin cittuu guyyuu …
Read More »