Ayyaanni gootota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kan bara 2015 kaleess gafa 17/01/15 magalaa guddittii Ayerlaan Dabliin keessatti haala howwaa fi gammachiisaan kabajamee ooleera. Uummatinii Oromoo …
Read More »Ibsa Ijjannoo Godina ABO Jijjiiramaa Giddu Gala Baha Eeeshiyaa
Nuti Miseensonni Giddu Gala Baha Eeshiyaa Ayyaana Amajjii 1 , bara 2015 Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO dhaa Sababeeffachuudhaan Walitti DHufnee Haala Gaariidhaa fi …
Read More »Ayyaana WBO Amajjii 2015 Ireland
https://www.facebook.com/video.php?v=10154997882770391&pnref=story
Read More »Dr. Diimaa Nagawoo: “Oromiyaan ta nama hundaati”
Gurmuu Miseensota WBO Biyya Aalaa
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Read More »Kutaa3ffaa: Siyaasa gantummaa fi gartummaa to`achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) dhugoomsa
Zakaariyaas Mulataa fi Malkamuu Jaatee Caamsaa 2013, Oromiyaa 2.3. Siyaasaan gartummaa jireenya diinaa dheeressa Sababii hojii QBO qindoominaan hogganuuf hin milkaawinif, bekaas ta`e …
Read More »Kaayyoo qabsaa’otni wareegamaniif galiin gahuun dirqama Sabboontota Oromoo hundaa ti
Abdii Boruutiin Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo yaadannu fi kabjinu, walitti dhufnee …
Read More »