Oduu Haaraya
baoy 2015

Biyya Yaman keessatti baqataan Oromoo tokko ajjeefame

Oduu Gaddaa,
Guyyaa arraa kana biyya yaman magaalaa RADaa ja’amtutti
dhukhaasa garee siyaasaa lama jidduu bu’een Baqataan
oromoo tokko kan naanoo san jiraatu rasaasa ibiddaatiin
du’uunsaa Mediyaan yaman gaabaase.
Waajjiri Baqattoota hawaasa oromoo yaman Du’a baqataa
kanaa ilaalchisee qormaata barbaachisaa tahee fi eenyummaa
(Data) baqataa kanaa guututti baruuf ijiibbaata gudhaa jirra
waantaheef, yaroo eenyummaa baqataa kanaa barre gara
barbaachisu hundaaf dabarsinu kabajaan isinii ibsina,
Rabbi Rahmata Haagodhuuf!!
Warra Baqataa kanaatiis Haa sabbarsiisu
GALATOOMAA,
Koree Waajjira Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo
Yaman,

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …