Gucnii kee hin dhaamnee
Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan Samiif dachii dhiphatte …
Read More »KULKULFATA – ASOOSAMA
Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa kan kutaa Oromiyaa keessaa walitti …
Read More »Wayyoo Anaa Nyaatu
Biddeenaas, marqaas, paastaas, shuumoos…qurxummii bishaan Abbayya keessaa oowwituu qabamte isiniif qabna
Hegeree Oromiyaatiin Misra; magaalaa Kaayroo keessatti mannni nyaata Oromoo baname Gammannee Gammadaa Gutuu Ilmaan Oromoo Hundaan waytaan Ja`u gammachuu guddoo honga hin qabneetu natti dhageyama. …
Read More »FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA “QURXAMA”
Tujubee Kuusaa 04.11.2014 20:50 WASHINGTON DC— Fiilmiin afaan Oromoo haaraan kan mata dureen isaa Qurxama jedhu dhiyeenya kana eebbisamee jira. Fiilmiin kun seenaa jaalalaa irratti …
Read More »Dammaqii saba koo !
By Hawi Olani Kesesa Ashama ashami jirtuu jadhetan eegala Mootummaa norwayeen galatooma jedha jechako jalqaba Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama gadi bu,’aa ilaalaa rakko saba kana landi …
Read More »Ummanni Oromoo Ummata guddaa bulchiinsa Toophiyaa bulchuun isaan malee jechuu marsaan/ Masr dot com gabase
Guutuu waayee dhimma kana Afaan Arabaatiin
Read More »Guyyaa har’aa aada ummata bareeda #Oromo #Hararghee isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna
Barruu keenyya kana ammoo akka #Share fi #Likecuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada isiniin seenna!! Galatooma! **************************************************** Oromoon …
Read More »Fuudhaa fii heeruma Aadaa Oromoo
Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta’een karaa addaddaatiin ibsata. Aadaa Oromtichaa tarreessuun hanga urjii …
Read More »