Translation: Zelealem Aberra Tesfa Minishiri ulullee, O, Minishiri, a flute, at fingers touch, Yaa buttuu akka culullee Like a hawk you snatch Minishiri yaa abbaa xeensaa O, Minishiri; …
Read More »Bilisa Baafna Lammii
Bilisa Baafna Lammii Bilisa baafna lammii Alagaan nutti kaate falmii Alagaan nyaaphaa falmitullee Gantumaaf maaf hin gallee? Gantuus amma galaa jiraa Alagaan ari’ee ofirraa Maali …
Read More »Uf ‘Yaa Bineensotaa…Qabsoo Dheeraa Booda!
Leellisaa Sabaa Ani maaluma godhu bineensota kana Eeboo maaliinan dugdashee waraanaa? Fala maaf dhabdanii maaloo yaa jaranaa Maafan ba’aa baadhee kophaakoo maassanaa? Booyyeefi waldiigessatu goodaadha …
Read More »Gaafa Eenniyyoon Bayee Dhaabate
Gaafa eenniyyoon bayee dhaabate Leencatu fokkoree dhaadate. Gamnuma nuu kenne gooytan haqaa Goobanatu nu nyaate maqaa. Gobeellee dhaqee Diimaan dhaadatee Goobannis naasuun imimmaan dhiqatee. Hin …
Read More »AFAAN KEENYAAF AFAAN KEENYAAN HAA-KAANU
KORBOO SHEEKKOTAA – 3
KORBOO SHEEKKOTAA – 3 Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru isiniif dabarseen ture: “kunoo harra …
Read More »Noble Park woman secures over $50,000 in crowd-funding to help save an African language
Toltu Tufa has managed to raise over $50,000 to enable the printing of children’s books to keep an African language alive. Pictures Angie Basdekis Source: News Limited …
Read More »BARRUULEE AFAAN OROMOO BEEKANIIN BARREEFFAMANIIFI GULAALAMAN TOKKO TOKKO
Kitaabonni kanaan dura Beekan Gulummaa Irranaa-tiin hanga ammaatti maxxanfamanii hawaasa Oromoo bira ga’an lakkoofsaan 19 dha. Kan barreeffamanii maxxanfamuuf qophaa’anii jiran 9 dha. Warreen hawaasa …
Read More »HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!
Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii lammataatiif Yunivarsiitii Finfinnee …
Read More »KORBOO SHEEKKOTAA
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru isiniif dabarseen ture: “kunoo harra irraa jalqabeen mataduree “KORBOO …
Read More »