#OromoProtests cruelty of TPLF against Haromaya University students in the last 24 hour.
After taking them out of their dormitories last night, the soldiers made them sit in a field in the dark until desk. In the morning …
Read More »Reeffi baqattoota lammiilee Itoophiyaa 122 ta’u naannoo galaana diimaa (Sanag) tti argamuu isaa (Horse media) gabaaseera.
Baqattoonni kunniin ka’umsa isaanii Somaliland taasisuun gara Yemenii fi biyyoota adda addaa kan imalaa turan baqattoota Itoophiyaa fi Somaliland balaa Dheebuu bishaanii fi nyaata gahaa …
Read More »Barattoonnifi qonnaan bultoonni Haroomaayaa dhibbaatamaan lakkaayaman mana hidhaa Addeellee fii Hammarreessaatti guuramaa jiru
OromoProtests ALERT Haromaya: Hundreds of students and farmers are being taken to Adele Military camp. Remember Adele and Hamaressa military camps were used by the …
Read More »Mormii Barattootaa Yunivarsitiilee Haramaayaa fi Jimmaa Marsaa Ka Biraa
Mormii barattootaa Yunivarsitii Haramaaya Qoodi WASHINGTON, DC — VOAMormiin barattootaa gara baatiilee lamaaf Oromiyaa keessatti geggeessamaa ture, gidduu kana Yunivarsitiilee keessatti deebi’ee geggeessamaa jira. Barattoonni …
Read More »#OromoProtests underway at Shashemene Preparatory School January 12, 2016
#OromoProtests at Hidhabu Abote ( Salale/ North Shawa) the regime brought elders to ask students to stop protesting.
However the students reaffirmed they will continue protesting until Oromo people’s demands are met, those arrested are released, soldiers leave school compound.
Read More »#OromoProtests TPLF soldiers terrorizing villagers in Gindo town, Ammayya town ( SW Shawa) Jan 12, 2016
Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!
(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan ciniinsuu warraaqsaa irra jirti. Bilisummaa …
Read More »QINDEESSAA MUZIIQAA; IBRAAHIM_SAID MOOTUMMAA WAYYAANEETIIN RAKKOO IRRA JIRA:
#Oromoprotests, Amajjii, 2016 (‘Share’ godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa’iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen kan hin beekne waan jiru …
Read More »