#Amajjii 11,2016 ======== Godinaa Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi bilbila harkaa isaanii harkaa sassaabamuun …
Read More »#OromooProtests Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …
Read More »Aaddee Gammachiistuu send a great messege to Religious communities to support and stand with the Oromo struggle.
Oromo Evangelical Church of Edmonton Waldaa Hawwaasa Oromoo Edmonton
Read More »#OromoProtests at Haromaya University Techno Campus. Students defy heavy military presence Say No to TPLF’s rule by mass killing and mass eviction
Hubachiisa !! xalayaa tooftaafi karoora diinni torban dhufuuf baafate
Hubachiisa!! Akkuma beekamu Oromoon gamtaadhaafi tokkummaan FDG gaggeessaara. Kunis qabsoon ummattin keenyaa gaggeessa jiru gara gulantaa haaraatti ceesiseera. Amantaan, lagaan, ilaalchaa siyaasaaf dhimmoota gara garan …
Read More »Qabsoo hooggana hin qabnetti barattoonni fi hojjattoonni teenya dhumaa jirti..
Waan namni hundi erga waggaa 25 ti sodatee bira deemaa ture ilmi Oromoo kun akkatti sodaa tokko malee dhugaa jirtu dubbate dhaggeeffadha. Dhugaan jirtu tana …
Read More »#OromoProtests helicopter in Dambi Dollo to pick up TPLF soldiers killed and wounded when their truck ran off cliff in Chanka this morning.
Reports reveal one of those killed is a person in charge of the ongoing military operation in Western Oromia. Trying to find out his name …
Read More »#OromoProtests Defo town, Daro Labu district ( West Hararge) January 9, 2016
Bidiruu seer-malee baqattoota Itiyoophiyaa 80 oli fa’atee deemu Somaalee gama Kaabaatti qabamee reeffa nama torbaa keessatti argan
VOA Akka bulchootii Somaaliilaandi jedhanitti bidiruun kana, Ammajii 7,2016 Somaalee gama Kaabaatti qabanii silaa naannoo Gulfitti godaanuutti jiran. Somaaliilanditti bulchaan godina Sanaag,Ahmed Abdi Falay waraanii …
Read More »