At least 140 people have been killed in Ethiopia over the past two months in a crackdown on anti-government protests sparked by plans to expand …
Read More »#OromoProtests to #EthiopiaProtests : Time is of the essence here!!
**************** CALL FOR NATIONAL UNITY The protests have reached a critical stage. So has the crackdown. The casualties are mounting. The repression is getting …
Read More »Akka risaan ilmaan lukkuu takka takkaan jalaa guurutti, ilmaan keenya nu jalaa guuranii fixan
AKEEKKACHIISA: miseensota OPDO bulchiinsa gandaa, aanaafi sadarkaa biroo irra jirtaniif
Ummanni Oromoo jaalattanis taatee dirqiin qaama sirna kanaa ta’uu keessaniif qofaaf isin hin balaaleffatu. Kan isin madaalamtaniin hojiii aangoo isinitti kenname saniin raaw’attaniinin. Yeroo ammaatti …
Read More »Dubaratoota Oromoo Biyya UK waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata Oromoo dhageesisaa jiru
TOOFTAAFI TARKAANFII YEROO AMMAA ILMAAN OROMOOTIIN FUDHATAMUU QABAN MURAASA:
(Yaada kana ni deeggartu taanaan ‘Share’ godhuun dabarsaa) Barreessaan: Saphaloo Kadiir Akkuma beekkamu tooftaafi mala wal fakkaataa fayyadamuun gamtummaa cimsuun humna haqaaramteen ka’uu dabalatee …
Read More »#oromoprotests To Oromo people and Qeerroo…
#oromoprotests To Oromo people and Qeerroo, if we can’t defend our self just because we haven’t got a gun so- we have to do is …
Read More »#OromoProtests har’a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa..
Buufatni Xayyaara Itiyoophiyaa (Ethiopianairline) ummata Oromoo bal’aa irratti Loogii hammana hinjedhamne hojjataa jira.
Lammii lammii nyaatu Oromiyaan hin baattu!
Nama Barbaadamaa jiru….#share ************************** Namni suuraa irratti argitan kun I/A waajira komunikashiinii (communication) Magaalaa Masalaa yoo ta’u FXG ummata magaalaa Masalaatiin gaaggeeffame irratti Dargaggoo#Abbaas Abdulrahaman …
Read More »