#oromoprotests Garaan ji.aa 9 sii baadhe anaaf ragaadha…..waggaa dheraf harmaa sii hosise anaaf waabiidha…bishaaniif nyaata sii kennuun ofii kiyyaa dheebuuf beelaan si guddiisuun koo anaaf …
Read More »#OromoProtests 3rd round in Asabot ( West Hararge) December 16, 2015
# Oromo protest Awaday (East Hararge) Oromia Dec 16, 2015.
Alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo Ol qabanii Mormii Cimaa dhagesisaa Jiru Awadaay Diree Waraanaa Fakkatti.
Read More »“Siifan Lolaa Oromoo Narra hin gortuu”
Oduu Ho’aa Ammaa; Muddee 16 Bara 2015 Godina Iluu Abbaa Booraati Baratootin Mana Barumsaa Qophaahina Sadarkaa 2ffaa Abdii Borii Gochaa Mootummaan Abbaa Hirree Wayyaanee …
Read More »SOBNI DHIIGA HIN QOORSU
Labsiin doorsisuu kaleessa galgala baafte diddaafi murannoo Oromootaatin kan simatame Wayyaaneen, ammas kijiba biraatin as baate. Kunis ‘biiroon Maastar Pilaani cufame’ kan jedhuudha. Kijiba …
Read More »#OromoProtests Asabot (West Hararge) December 16, 2015
Mormii Harargee Lixaa, Magaalaa Asaboot
Read More »#OromoProtests children murderedby TPLF in Awaday yesterday december 15, 2015
=========== Tun joollee kaleessaa Wayyaaneen Awwadaay keessatti fixxeedha
Read More »#OromoProtests doctors and nurses at Adama hospital Say No to the Master Plan and mass killing of Oromos
Doktoroonnifi narsoonni Hospitaala Adaamaa Maastar Pilaanii fi ajjeechaa Oromorratti raaw’ataa jiru morman
Read More »#Oromoprotests, Magaalaa Aawwadaay Mudde 15, 2015
Magaalaa Awwaday keessatti hiriirtoonni daandiin cufuun goommaa karaarratti gubuun hiriira isaanii finiinsaa oolan. Kanumaan wali qabatee Mormii Awwaday keessatti ka’e irratti waraanni Agaazii dhukaasuun yoo …
Read More »