Gochaa suukanneessa yeroo ammaa magaalaa Aawwadaay keessatti raawwataa jiru..
Baha Oromiyaa magaalaa Aawwadaay Yeroo ammaa weera jala jirti jedhu
Read More »Ethiopia Oromo Protests Spark Fatal Ethnic Clash, Group Says
http://www.bloomberg.com/ Protests by Ethiopia’s largest community against a plan to integrate the capital, Addis Ababa, with surrounding towns have spiraled into fatal clashes between ethnic …
Read More »Jalleewwan keenya Miseensa OPDO hundaaf
Keessumattuu dhigaan Oromoo taatanii dirqama jireenyaaf jecha utuu sinitti hadhaa’uu sirna dahdabaa sana keessa teessanii warren qabsoo Oromootiif garaan sin ciinca’u hundaa Oromoon isin beeka. …
Read More »OROMO!…Dhaamsa Dr. Geetachoo Jigii Dammaksaa Oromoo maraaf dabarse kana dhaggeeffadhaa; waliifis dabarsaa!
Hubadhaa!: 1. Hayyoonni lafuma jiranii, 2. Artistoonni lafuma jiranii 3. Barattoonnis.. 4. Barsiisonnis.. 5 Loltoonni Oromoofi Oromiyaa 6. Qotee bulaafi daldalaa 7. Abbaan qabeenyaa 8. …
Read More »#Oromoprotests, Mudde 14, 2015 Harargee Bahaa, Aanaa Dadar magaalaa Qobboo hiriira guyyaa arraa haala kanaan bahanii oolan
#OromoProtests Oromo military recruits pledging allegiance to the people by burning their uniform in public
Kun yeroo loltoonni Waraana Wayyaanee ilmaan Oromoo ta’an Yunifoormii isaanii gubuudhaan aantummaa ummataaf qaban kaakuu galaniidha
Read More »#OromoProtests Solidarity Rally Sana, Yemen (December 14, 2015)
#OromoProtests Qobo (East Hararge ) December 14, 2015
Why Are Students in Ethiopia Protesting Against a Capital City Expansion Plan?
Over the past two weeks, students in Ethiopia’s largest regional state, Oromia, have been protesting against a government plan to expand the area of the …
Read More »