Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu keesssatti eebbifamee harka dubbiftoota seenuuf …
Read More »Letter of Concern to President Obama on his planned visit to Ethiopia
President Barack Obama The White House 1600 Pennsylvania Avenue NW Washington, DC 20500 www.WhiteHouse.gov Tel: (202) 395-2020 Dear Mr. President, On behalf of the over …
Read More »ABO: Walgayii waamicha ummataa
Hawaasni Oromoo kumaatamaan masjiida haaraya “Bilaal Dawaa Centertti” iida kabajatan jedhu
https://youtu.be/At6T5ZSakTQ
Read More »HIN CALLISINAA!
Birbirsa Gooroo irraa “Oggaa ormi qabeenya abbaa keetii saame, atis waliin saami.” mammaaksi jedhu kan Oromooti: warri jettan as bahaatii ibsa kennaa mee! Affeertoonni fi …
Read More »Miidhaa Gaaza nyaataan bilcheessan jalaa Of baraaruuf qaceelfama armaan gadii kanatti fayyadamu qabna.
Hegeree Oromiyaatiin Gaazni nyaata iittin bilcheeyfatan kuni yoo dhohee miidhaa guddaa namarraa fiduu dandeya. Tanaafu wayta alaa dhuftu yoo shurufkaan Gaazaa sitti dhageyamte maal …
Read More »Baqattoonni Oromoo keeniyaa jiraatan basaastoota mootummaa dura dhaabbachuuf murteeffatan.
Bilal Oromo da’wa center opening ceremony
Waamicha Marii Hawaasa Oromoo Biyya Awurooppaa: Stockholm (Adoolesaa 25, 2015)
Gaazexeessotaa fi kanneen marsaa interneetii irratti barreessanii fi himannaan shorokeessummaa irratti dhiyaatee hidhaa keessa turan keessaa Riyoot Alamuu VOAf ibsa kennitee jirti.
Riyoota yoomiif attamiin akka gad dhiisamte waahila keenya Solomon Abatef akkas jechuun ibsite. Ganama gara sa’a afurii natti fakkaata. Sa’aatii isaa sirriitti hin ilaalle. Dhufanii …
Read More »