“Our people have been paying a heavy price in their struggle for freedom and equality. Undoubtedly, one day such sacrifice of our people will …
Read More »Book Signing Ceremony in Stockholm/Eebbisiisa Kitaabaa
Book name/Maqaa Kitaabaa: HADHOOFTUU Author/Barreessaan: CAALAA HAAHILUU Address /Eddoo: Lillhagsvägen 30 i Hagsätra, Stockholm, Sweden Time/ Yeroo: 14:00 – 18:30 Organizer/Qopheessaan: Gurmuu Hawaasa Oromoo Sweden …
Read More »Iyyata Lammummaa L.K (2) (TBHOY.)
Akkuma Kana Dura iyyata Lammummaa Gara Hawaasa keenya kanneen Biyya Ambbaa keesa Jiran ammallee Miidiyaalee Dhimma Hawaasa Baqattoota Oromootiif Dhaabbatan akkasuma Walii gala Warroota …
Read More »OPDOn Biyya Alaatti Mormiin Ishee Muudatu Itti Fufee Jira.
Eddoo Addaa Addaatti Hiriira-mormiitifi Gaffilee akka OPDOtti Deebisuu Hindandeenyen Dhiphachaa Jirti OPDOn biyyaa addaa addaatti mormiin ishe muuddata jira. Haaluma kanaan magaala Stockholm/Sweden irratti gaafa …
Read More »Filannoo filannoo filadhaa jedhanii maa nu dorsisuu..
Filannoo Lammii koo gahee kaa barrii shanaan Kan wayyaaneen baraa baraan ittin dhaadataan Barrii shanaan dabrus kan ittii anuu hin dhufaa Bara kana kessaa hoo …
Read More »Gantuu garaa qofaa Dhagayi Siif himee…
Gariin mataan du’ee Qaata awwaalmee. Seenaa tokko hinqabuu ilma abaaramee. Rabbi nurraa darbee Nukeessaa haqamee. Garii hin agarree Bakka isiin buutee. Lubbuun ima jirti Ufii …
Read More »Walgayiin jilli OPDO Meelboornetti taa’uuf karoorfame fashale jedhu
Minnesotaafi OPDO Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti walgahichi akka hafu …
Read More »Oduu Gaddaa Guraandhala 6/2015
Hoogganummaa Daawuud Ibsaa, Dhugaasaa Bakakkoo fi Bultum Biyyoo irraay gonkuma bilisummaa Oromoo dhugoomsuun hin danda’amu
Qabsoon bilisummaa Oromoo sadarkaa kam irra jira? Guutuu Guraandhala 2015 Gaafii kana Oromoota heddutu gaafataa jira. Deebiin kennamaa jiruus, akkasuma hedduu dha. Walumaa galatti deebii …
Read More »Yaa Oromoo Bahaa, Dhihaa, Kabbaa, Kibbaa …Alaabaa Oromoo olqabaa diina garaa gubaa
https://www.facebook.com/video.php?v=1398407180463959&pnref=story
Read More »