Namootni isin footoo ykn suuraa jara asi gaditti argaa jirtan kanneen, namoota yeroo amma kana basasummaan wayyaaneen leenjiftee Ummataa keessatti gadi lakkiftee jirtuudha.
Loltuu Wayyaannee Agazii jedhamuu keessaatti gara jabainaan lammii isaanii ajjeessaa fi mana hidhaatti waan sabboontoota gursisaa turaniif wayyaannee biratti beekamatii fi amanamummaa cimaa qaban.akka …
Read More »Gareen maqaa qabsootiin ummata keenya yeroo dheeraaf joonjeessaa baate amma waliif galle jedhu..
June 28, 2014 (Oromo Liberation Front) — It is with great pleasure that we announce to our people and the supporters of our struggle for …
Read More »OPDOn Oromiyaa Lafa Waloo Taasisuuf Irra Deebii’ee Waadaa Isaa Haaromsaa jira!
Gaazexeessitoota 17 Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyona Oromiyaa irraa ari’aman”
26JUN Gaazexeessitoota 17 Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyona Oromiyaa irraa ari’aman. Maqaafi ramaddii hojii gaazexeessitoota 17 kan Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyonaa Oromiyaa irraa ari’amanii Damee Misooma Teeknoloojii 1. …
Read More »Ergamtuu wayyaane kun gaazeexeessitoota Oromoo hojiirraa arihaa jira jedhu
Maqaan isa Zelalem Jemanee jedhaama. Kan dhalaate Godiina Wellaagga lixaatti Hojiin isa jalqaaba poliisi ture booda gara OPDO tti makaamuudhan dabbaalle OPDO ta’e barnoota fageenya …
Read More »17 Oromo journalists of Oromia Radio and Television Organization (ORTO) have been fired since June 25, 2014.
ORTO journalist are falsely being accused of providing information to diaspora news organizations like VOA, DW, Seif, Eri-tv(Oromo), Oromo Voice Radio and the newly inaugurated Oromia …
Read More »Gara Oromoota hunda.
Barataa HAMBAASAN GUDDISAA GALAA kan jedhamu bara kana Yunivarsiitii Finfinneetti digiriisaa xumuraa nama hojjetaa jiruu dha.
Dargaggoon qaroo kun nama abbaa fi haadha hin qabne namoonni gargaaranii barsiisanii fi bara kana qabxii galmeessisee jiruun namoota waliin barataa jiran irratti nama adda …
Read More »Barattoota Qaroo Oromoo 8 irratti Dr. Laaqew Wondimmuu Itti aanaa Pirezedaantii Amboo tarkaanfii hamaa fudhateera.!!
Namtichi Amaarri Laaqew jedhamu kun Yunivarsiitii Amboo keessatti dargaggoo Oromoo irratti badii hamaa fudhachaa turuunsaa bubbuleera. Keessumattuu yeroo itti barattoonni Oromoo goldmedalia’ argatanii turanitti jijjiiruudhaan …
Read More »