Walaloo Yaadannoo obboleewwan keenya Galaana irratti dhumaneef Dr. Dhinsaa Yonaasiin qophayee akka itti aanutti dubbisaa. –ARAARAAN…!!– Gamatti abdii ilaalaa Maatii qabatanii, Garbummaa ormaa jalaa Biyyaa …
Read More »Warra balaa doonii garagaltee irraa hafan keessaa tokko kan tahe, Mu’aaz haadha warraa fi ilmi isaa bishaaniin nyaatame haala ture akkanatti dubbata caqasaa!
Maati tokko keessaa namni afur ka doonii sanirra turan keessa tokkoo lubbuun hafe
#OromoRefugees four members one family were on board the boat. Three of them Aisha Rare, Ramadan Ibrahim Rare, and Abdi Abro died. Nasru Abro survived. …
Read More »Somalia’s president, prime minister and speaker of parliament have issued a joint condolence to the nation over an unconfirmed report that some migrants may have drowned in the Mediterranean Sea on a trip from Libya to Italy
Doonii biyya Masrii irraa gara Itaalii osoo deemaa jirtuu dhidhimterraa warri hafan akka jedhanitti, walii galatti namoonni doonii san yaabbatan gara namoota 550 yoo ta’an, …
Read More »Nuti amma namoota galanattii qajeeluufi deeman hambisuu irrattii xiyyefannee hojjachu qabna.
Namonnii amallee dooni yaabachuufi qophii xumuranirani hedduu dha kanaafi amma lubbuu namoota kanaa haa bararruu ergaa kiyya dabarsaa
Read More »#OromoRefugees Ijoollee xixiqqoo Ashiita qacalee.
Harmeefi daa’imman Dhalattoota kalee. Warra biyyaa baafte Nafxanyaan maqalee. Cubbuun isin dhabne Badii tokko malee. Kanaaf obsa dhabnee Bakkayyuu gaddine. Boonye lammiin keessan Imimmaan …
Read More »#OromoRefugees Yaa waaq maal yakkinee ?
Yaa waaq maal yakkinee ? Dalga nu boochiftaa Reeffa lammiiwwan koo Galaana Nyaachiftaa! Nama Biyya dhabeef Maal hin gaddituu Rakkoosaan mudate Ati hin argituu? Daa’ima …
Read More »Yaso Abdalla , his wife Shagge ( Rihanna) Kadir and their 9 month baby also among those who believed to have drowned when the boat
Yaso Abdalla , his wife Shagge ( Rihanna) Kadir and their 9 month baby also among those who believed to have drowned when the boat …
Read More »waan gabruummaan Oroomoo gootee
[yaadannoo warra biiyya fii alatii wareegamaniif ############### Gabrumaan haammaatee biiyyaa saba baaftee lammii oroomootaa quurxummii nyaachiiftee ………………………….. Hiiyyumaan dabalamtee Biyaa lammii baaftee Hiirbaaata waraabeesaa taasiistee …
Read More »Namoota balaa dooniitiin baharatti dhuman keessaa ilmaan Oromoo 250 tilmaamu keesssaa nama 9 qofaatu lubbuun bahe jedhu
Doonii biyya Masrii irraa gara Itaalii osoo deemaa jirtuu dhidhimterraa warri hafan akka jedhanitti, walii galatti namoonni doonii san yaabbatan gara namoota 550 yoo ta’an, …
Read More »