Abdulkadir Gumi Kuricha | June 6, 2013 Oboleewwan Nagaan Hadursuu. I am really sad today that serious security incident happened to Oromo refugees today in the …
Read More »Ergaa Gulaalaa ejjennaa imaammata ADO Ibsu
Yeroo ammaa kanatti haalli siyaasaa Ethiopia keessatti mul’atu, baayyee wal xaxaa, yaaddeessaa fi xumurri isaa maal ta’uu akka malullee tilmaamuun kan nama rakkisu ta’aa jira. Addi Dimokiraatawaa …
Read More »Baay’inni Ummata Oromoo 400,000 – 2,000,000 Hin Caalu Jedha Geetaachoo Raddaa
internet marketing Gabrummaa fi cunqursaa dabalatee rakkinaa fi gidiraa dhala namaa irra gahaa turee fi jiru hundaaf sababootaa fi maddeen gurguddoo tahan keessaa tokko ofittummaa …
Read More »Haasawa walgahii Yaadannoo Jaarraa Abbaa Gadaa tan Altanta, USA irraatti dhihaate Jawaar Muhammad
Bu’ureessitota qabsoo Oromoo kanneen tarree duraarratti maqaan isaanii dhawamu keessaa, tokko, Jaarraa Abbaa Gadaati. Wanni Jaarraan qabsoo tanaaf addatti gumaache maali? jennee yoo of gaafanne …
Read More »The Common Home Great Oromia As a Win-Win Solution for The Conflict Between The Pro-Independence Oromo and The Pro-unity Amhara
The current discussion among the different political groups in the Ethiopian empire, which was ignited by the open letter written by Dr Fikre Tolassa and …
Read More »Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee falmmatu
Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan …
Read More »Is the Notorious Conflict of the Oromo Polity, the ‘Ethiopian Democratization vs. Oromian Liberation,’ Irreconcilable?
I wanted to re-write this opinion because of the currently intensified anti-Woyane movement led by the Amhara bloc (“multinational organizations”). It raised an important question …
Read More »Waanta lubbuu qabuuf lubbuu hinqabne ,cufti mootii qaba
Ani ijaarumsa haqaa akka barbaadu irra deebii’ee qamaa nama dhunfaas gaafacha ture garuu deebii isaan waan nama qufsu miti haa ta’u namni tokko ijjannoo siyaasaaf …
Read More »Bilisummaa Bilisummaa Bilisummaa
Wabii jireenyaa gati namoomaa Bilisummaa ifttu ifttu ipsituu biyyayyuu Jaalatan khee haa carraaqu guyyuu Xurree sitti deemttu tarree irra dhaabbanna Kutaa tee xiqqoollee lubbuun jijjiirranna …
Read More »Oduu barattoota Uninivaristii Jimmaa keessaa bahe
Akkumaa beekamuu Nuti baratootni Oromoo Yuunibaristii Jimmaa Miseensotaa fi Deegartootaa Dhaabbaata Dimookiraatawaa U/ Oromoo (DH.D.U.O) turree, sababootaa armaan gadii irraa ka.uun Guyyaa haraa irraa …
Read More »