Oduu Haaraya

Faaydaa qaccee/qaaraa

Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa

qaccee
Qaccee/qaaraa

  1. Dhiibbaa dhiiga to’achuuf
  2. Dhukkubi Onnee Nurra ittisuuf
  3. Ulfaatina qaama kenyaa sirressuf
  4. Dhukkubbi akka sayinaasi nurra ittisuuf
  5. Dhukkubbi qoonqotiif
  6. Dhipinna fi yaaddo nurra balleesuf
  7. Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
  8. Sooratni akkadaakamuuf.
  9. Kaansarii nurraa ittisa.
  10. Jabina lafee/Mashaa keenyaaf.
  11. Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
  12. Dhibee Sukkaara to’achuuf
  13. Dhukkubi ilkaanitif

Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.

Namonni Dhibee garracha qabdani hin fayyadamina

Hub:-Dhukkuba Hundaa kaa nurra fayyisuu danda’uu Rabbi Guddaa qofa, waan tarresse kuni immo sababa isinii taha!

Fayyaa hin dhabinaa

Dr.Mohammed Kedir

Check Also

Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?

tiinii Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?1. Akka qorannoon agarsiisutti, warra dhibee sukkaraa gosa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *