Oduu Haaraya

Faaydaa itittuu/urgoo

baaduu
  1. Furdina qaamaa hir’isuuf
  1. Nyaanni akka daakamuuf
  2. Kaansarii nurraa ittisuuf
  3. Gogiinsa garaatiif
  4. Dhiibbaa dhiigaatiif
  5. Koolistirooli badaa balleessuuf
  6. Bareeduma rifeensaatiif
  7. Finniisa balleessuuf
  8. Dhibee simbiraatiif
  9. Parasayiti qaama keessaa balleessuuf
  10. Infeekshina qaaama saalaa balleessuuf
  11. Cirracha kaleetiif
  12. Fayyummaa garaachaatiif
  13. Fayyummaa narviitiif
  14. Hirriba gaarii akka rafnuuf
  15. Hafuura badaa afaaniitif
  16. Forfoorii balleessuuf
  17. Fayyummaa lafeetiif
  18. Gogaa laaffisuun jiisee dulluma yeroo malee nurraa qolatti
  19. Dandeetti dhukkuba ofirraa ittisuu qaama dabalti
  20. Albuudoota fii vitaminoota gargaaran badhaatuudha

Guyyatti kubbaayya 2-3 akka dhugdan gorfama
Yeroo itti dhugamu immo ganama garaa qullatti yoo tahe filatama

Qabiyyee itittuu/urgoo

Total Fat 0.4 g 0%
Saturated fat 0.1 g 0%
Trans fat regulation 0 g
Cholesterol =5 mg
Sodium =36 mg
Potassium =141 mg
Total Carbohydrate =3.6 g
Dietary fiber= 0 g
Sugar =3.2 g
Protein =10 g
Vitamin C=0%
Calcium=11%
Iron=0%
Vitamin D=0%
Vitamin B6=5%
Cobalamin=13%
Magnesium=2%

Mohammed Kediiriin

Check Also

Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?

tiinii Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?1. Akka qorannoon agarsiisutti, warra dhibee sukkaraa gosa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *