Oduu Haaraya

Mootummaa Itiyoopiyaa Kallattiin Jalaa Wal Dh’aee

VOA
Waa’ee siyaasa Itiyoophiyaa kan hordofaniif hayyuu biyya Faransaayii kan ta’an Rene Lefort dhiiyeenya kana barreeffama mata dureen isaa “Ethiopia a Leadership in disarry“ ykn mootummaa Itiyoopiyaa kallattiin jalaa wal dha’e jedhu maxxansanii jiru.
Lefort waa’ee Itiyoophiyaa fi keessumaa waa’ee biyyootii Afrikaa uffee sahaaraa gadii baroota 1970mootaa kaasee maxxansaalee biyya Faransaayii kan Akaka Le Monde, Liberation, fi LE Nouvel jedhamaniif barreessaa turan.Bara 2012  barreeffama mata dureen isaa  “Ethiopia after meles” ykn Itiyoophiyaa mallas boodaa jedhu barreessanii odeeffaannoo guddaan kan irraa rgamee fi hedduu kan duddubachiise ture.

Barreefama isa ammaa Ethiopia leaders in Disarry jedhu kana irraa ka’uudhaan itti gaafatamaan sagantaalee gaanfa Afrikaa Peter Heinlein Rene Lefort waliin gaaffii fi deebii gaggeessee jira.

Check Also

barnoota afaan oromoo universitii

This language was banned in Ethiopia just 30 years ago. Now, it’s being taught at Stanford

Afan Oromo, a native language of Ethiopia, is being taught at Stanford for the first …