Ibsa Ajaja olaanaa ABO-WBO Waltajjii hawaasni qopheessu irratti namooti dhuunfaa ejjennoo dhuunfaa isaanii haasaahanis, ejjennoo isaaniif kan gaafatama guutuu fudhatu qaamuma haasawaa taasise dha malee …
Read More »Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Dhimmi rakkoo alaabaa Oromoo ka ar’a eegalameemiti
Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi!
Read More »Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?
Qaanqee show Habtaamuu: Ittaanaa fii Jawaar dhimma loltuu ABO laalchisee maal jechaa turan?
Read More »Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu
Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura taa’aan KFO obbo Jawaar Mohaammad …
Read More »I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.
“Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba” jedha Oromoon. Faranjoonnis ” enough is enough” jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha. To: J/Dawud Ibsa. OLF’s Chairman …
Read More »Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise
Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu……jajjabduu dhufaa jirti… Gareen maqaa ABOn “qaca fii shaneetti adda baate kun asiin duraas dhimma maqaa …
Read More »Jawaar Mohamed: “Oromoo nama na qeequuf jettanii wal hin fixina”
“Warra miidiyaa hawaasaarratti na arrabsu dura hin dhaabbatinaa. Ana ittisuu dhiisaa. Ani yaada koo dhiyeessa. Warri naan mormuus, na qeequus yaada isaanii ibsachuun mirga isaaniiti. …
Read More »Gorsa Hanbaa hin qabne
Dhiirti haqaa akkatti dirree baaftee dhugaa jiru lafa keessi.Karaa Oromoon irra deemuun barbaachisu ummatatti garsiifti.Dargaan gola keessatti dahattee odoo waan dubbatame sirrtitti dhaggeeyfattee hin hubatin, …
Read More »