Hegeree Oromiyaa Ebela 15/2015 Godaanttonni Ethiopia namni 19 qabamee harka Motummaa Masrii jiraachuun isaanii gabaafamee jira. Akka gaazexaan Sagalee “Nubaa “ ja’amu ebela 15/2015 Waajjira …
Read More »Guyyaa goototaa Oromoo ilaachisuun dhaamsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO-Jijjiramaa)
Obboleewwan lama turan kan dukkana isaanii keessatti ibiddi itti lakkifame. Tokko lubbuun isaa dabrite, inni lammaffaa hospitaala jira.
Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal’achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan kanniin …
Read More »Baqattoota Oromoo Yemen: Lubbuun teenya lubbuu sareellee hanqatte
RDH: Rakkoon keenya guyyaarraa guyyatti hammaachaa deemaa jirti
Nuti akka nama bishaaniin liqimfamee harka ola qabaa jiru waan tahee nutti dirmadhaa!! Addunyatti nuuf iyyaa!! jedhu baqattoonni Oromoo ka yeroo ammaa biyya Yaman keessa …
Read More »Dr.Jamaal Abbaa Garoo: “Gadaa.com is a fascist website”
Qabxii doktortichaa… 1. J/Jaarraa Abbaa Gadaa kan itti duulee balleesse joolluma harageeti malee nama biraamiti. 2. Siyaasaa fii amatii walitti makuun shurbaa bushaaf dhuguun hin …
Read More »Oromo TV:Marii Hawaasa Oromoo Minnesota balaa baqattoota Oromoo Yeman
https://youtu.be/OUSupRpj8oo
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Duraa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na …
Read More »