Oduu Haaraya
daawud ibsaa 2013

“Warra qabsoo waliin eegaltan of-irraa ariitee fixxee qofaatti hafte. Ijoollee ganda tokkoo qofa walitti funaantee addunyaa irra facaaftee akka saree maraatuu nutti dutuu fi nu ciniinuu malee qabsoo Oromoo taakkuu tokko achi butuu hin dandeenye.”

HOO’AA HADHOOFTUU! Ayyaana waggaaf godhadhaa! Jaale Daawud Ibsaa Ayyaanaaf (Hogganaa ABO-SG) Bakka jirtutti nagaan kiyya kabajaa fi jaallumaa durii siif haa tahu! Jaalakoo ganamaa, qabsaawaa

Read More »