By Mikael Wossen (PhD) Keep going, don’t ever stop. Keep going, don’t ever stop. Keep going. If you want a taste of freedom, keep going. …
Read More »Oromoo, Dirmadhaa Dirmachiisaa!
Gara: Ummata Oromoo, Iddoo jirtan maratti, Ummata Oromoo hundaaf Salaamtaa Obbolummaa isiniif dheheesinee, kan baatii Ramdaanaa tan Qur,aanni keysatti bu,e nagayaa fii barakaa akka …
Read More »DRAFT DOCUMENT For PG7 and ODF Coalition
PREAMBLE WHEREAS Ethiopia is an age old nation with a history that goes to the antiquities; and its people have lived through …
Read More »IBSA WAAJJIRA HAYYU DUREE ABO SHANEE IRRAA KENNAME ILALCHIISE XINXAALA OBBO BORUU BARRAAQAATTIN DHIHAATE .
Baatii lamaan tokko dura dubbii basaasutummaa Girmaa Xurunaatiin irratti odeessa deemaa ture namuu ni yaadata. Warri ABO Shanee wayta sanatti dhimma nama kanaa irratti maa …
Read More »#Yaadachiisa Ramadaana Zakaa Fixrii salaata iidaatiin dura baafamti.
Namni salaata iidaa booda kenne sadaqaa qofa taate hafti. Inni zakaatul fixriin hin baafne. Zakaan fixriidhaa muslima hundarratti dirqama. (By Dr Zakir Naik Afaan Oromotiin) …
Read More »GOCHA TPLF BABALIDHINA AMANITAA FI RAAYYAA ITTISAA
Raayyaa Ittisaa Farra qabsoo Oromoo gaggeesaa fi laamishesaa jiran akkaminii tohachuu danda’ama? Mootumman kun diinagdee biyyatiin qabdu hundaa kan itti saamitee fi dhangaalaasa jirtu humna …
Read More »Waamicha Walgahii Ummataa Oromoo hundaaf
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO Tokkome) walgahii Ummanni Oromoo irratti argamee waa’ee addeemsa qabsoo Walabummaa Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaa woliin mari’aattee yaadaa fi yaadoo isaa …
Read More »AJJEECHAAFII HIDHAAN AMMAS ITTI FUFEE JIRA
Motumman Ethiopia ummata nagaa mana itti diiga nagaan bahee akka hin jiraanne gochaa jira. Mootummaan abbaa irree kun ji’a tokko keessatti magaala Finfinne keessati ummatoota …
Read More »“BARACHAA QABSOOFNA, BARACHAA BILISOOMNA!!”
Saphaloo Kadiir (Share godhuun waliif dabarsaa)[Saphaloo Kadiir irraa]Gariin namaa dhaadannoo wallaalummaafi doofummaa keessatti daran nama gombiftuufi ilmaan Oromoo gara duubaatti mucucaachiftu fayyadamuun qabsoo gaggeessuu barbaada. …
Read More »Walitti-bu’insa Harargee Bahaa, Magaalaa Awwadaay Keessaa Ka’een Namoota Ja’a tu Ajjeesame, Jedhu Jiraattonni. Hospitaalli Immoo Du’a Namoota Afurii Mirkaneesse
Jaallannee Gammadaa Afaan Oromoo Amharic Awwadaay, Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Harargee Bahaa magalaa Awadaay keesssatti har’a suqiin bilbila harkaa ykn Moobaayiilaa itti …
Read More »