Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa YEROO AMMAA KANA WAYYAANEE TPLF UUMMATA OROMOO IRRATTI WARAANA BANEE JIRA,KANAAF:- Waanjoo Gabrummaa Waggaa 130 ol Uummanni Oromoo baate haalaan …
Read More »Adeemsi qabsoo keenyaa kallatti isaa jijjiirachuu qaba.
Kanaafuu adeemsi keenya 1) Dhaadannoo garee dhageessisuu fi garee humna diinaa kallattii hundaan nurraa itti qabaachuu. 2) Daandiilee wantoota salphatti kaafamuu hin dandeenyen cufuu. 3)Hammuma …
Read More »Saroonni dhufaa jiran!
#OromoProtests Guyyaa har’aa Gurraandhala 28/2016 konkolataan liyyuu komandoo fee’ee jiru inni pickup 7 fi oraalii tokko gama shashamannee deema jiran suuraa kaana osoo isaan figaa …
Read More »Qabsoo Hindi (India)irraa maal barra?
Nageessaa Oddoo Duubee Qabsoon mirga sabaaf ykn abbaa-biyyummaaf taasifamu kamuu waantota armaan gadii guutachuu qaba. A. Obsa B. Murannoo C. Qophii Sammuu (Beekumsaa fi tooftaa) …
Read More »#OromoProtests OROMIYAA WARAANAAN DOORSISANII HARKA KENNISIISUN WAAN HIN YAADAMNE
Akkuma kaleessa galgala ibsame Jeneraalonni waraanaa Wayyaanee Oromiyaa ifatti beeksisee Oromiyaa bulchutti seenee jira. Kun tarii waan nama naasisu ta’uu mala. Garuu tarkaanfiin kun …
Read More »ODUU MAGAALAA BULBULAARRAA AMMA NU GAHE.
“Ilma namaa akka hojii isaatiif duuti itti diqqaata” kan jedhamu adaa dhugaadha.Dubbii kana sababa malee hin kaafne. Odeeffannoo jiru daddafnee isiniin gahuu dhabuu keennaaf dursinee …
Read More »Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti mormii ummata Araddaa Culul kan kaleessaa kana fakkaata
#OromoProtests such rampant abuse has become common place across Oromia.
TOKKO MILIYOONAA KA DALDALU
Tokko miliyoonaa ka daldalu Tokko waan nyaatu dhabeetii qooqa kan bulu Waan kana maaf hin furre namni dhimmi laalu! Dhugaa kun waan hin jaalatamnee …
Read More »OROMO PROTESTS: WHY ETHIOPIA’S LARGEST ETHNIC GROUP IS DEMONSTRATING
Since the Ethiopian government announced plans to expand the territory of the capital Addis Ababa in April 2014, the country’s largest region, Oromia, has been …
Read More »