Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa saddeettaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara …
Read More »Oromo TV:Odeeffata Qondaala THBO (ULFO) Wajjiin Geggeeffame
https://youtu.be/kFerLkhxeBc
Read More »Wali galteen hoggantota Sudaan kibbaa jiddutti IGAD finfinne keysatti gad-geysaa jiru fashalun isaa gabaafame jira.
Hegeree Oromiyaatiin Akka burqaan Oduu Anaadol ibsetti Pri/ Sudaan kibbaa wali galtee kana mallateysuuf guyyaa 15 jubbatti debine wal-marihanne debina jechuu hogganttota IGADitti himatanii jiru. …
Read More »Duguuggii sanyii Ruwandaa fi Czechoslovakia keessatti raawwatame, oromiyaa keessatti raawatamuuf itti jiramuuf, jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo waanta hubachaa jiran hin fakkaatu ykn qaama rakkoo ta’uuf jiru.
Akkuma irra deddebi’amee beektotaa fi namoota gara garaan akeekame, haalli ummati Oromoo fi oromiyaan keessa jirtu eddu yaadeessaa dha. yeroo ammaa yaaddeessa irra darbee gara …
Read More »Walii Galtee Jaarmayoota Oromoo Afran jiddutti tahe …
Walii Galtee Jaarmayoota Oromoo Afran jiddutti tahe Ilaalchisuun Ibsa JTBO-ABO-Yemen Irraa Kenname Jaarmayaan Tokkummaa Baqattoota Oromoo ABO-Yemen Kan Jijjiiramaa Akkuma jijjiiramni Mooraa qabsoo Oromoo Keessatti …
Read More »Hawaasa Muslimaa Afaan Oromoo Dubisu hundaaf !
Kitaabon Hayyuu Fi beekaa Seenaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal Afaan Oromoon Qophaahan . Kitaaboon Beekaan Seenaa fi miseensi koree fala barbaadu hawaasa Muslimaa Ustaaz Ahmaddiin …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Hojiin Malee Ololaan Bakka Hin Gahu
Jaarmayoota siyaasaa, sabboontotaa fi kanneen mirga namoomaaf falman marti mootummaa empaayera Itophiyaa irratti of aangomsee jiru irraa hammeenya suukanneessaa gosa adda addaa raawwatamaa turee fi …
Read More »Oromo TV:Artist. Adam Harun (Exclusive Interview ) part one
https://youtu.be/qmVg-7yto44
Read More »“NAMNI BISHAAN FUDHATE HOOMOCHA QABATA” JEDHA OROMOON”
ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ??? fi THBO
Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti hin seenin dura, warra maqoota …
Read More »