Suuraa kanarraa maaltu sitti mul’ata? maaltu sitti dhagyama? maal irraa yaadatta? Maal si yaadachiisa?
Read More »Qabsoon Oromoo ta’anii seenaa ofii odeessuu qofa taatee dhiiroo..
https://youtu.be/CeEqp3Y7p0I
Read More »Murtee fi ijjannoo hooggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo
Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa waxabajjii 20 fi 21 bara …
Read More »Oduu gaddaa; Sheekh Haamid Bookhe Aakhiraman
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun Sheekh Haamid Bookhe Sheekha kabajamaa fi jaalatamaa Sheekkotan gurguddoo Carcar qabu keessa tokkoo gara fuula Rabbii godaanan. Rabbi mucuca …
Read More »Eebba Diraamaa Dambalii karaa TV OBS dhihaachuuf qophiirra jiru
Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)
Ferhan Abdulselam Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale keessaa naannoo Sawweena jedhamtutti dhalate. …
Read More »Father’s journey puts children first
Jamal Abdullahi, an Oromo janitor who never stopped pursuing an education, cleans the floors at Wilson Magnet High School in Rochester, New York, where his …
Read More »Barattoonni warra dhihaa kudha lama ka Suudaan keessatti baratan ISS dabalaman
Hegeree Oromiyaatiin Sudaani fi barattota lammi warra dhihaa Sudaan keysatti barachaa jiran. Itti gaafatamaan kollajji Medikaala Sudaan akka ibsetti barattonni warra dhihaa 12 gara biyya …
Read More »Oduu Gaddaa
Hegeree Oromiyaatiin waxabajjii 28/2015 Aaddee Bilqiisaa Ibrahim Ali waxabajjii 27/2015 du’aan Addunyaa kanarraa boqatte jirti. Aaddee Bilqisaa Ibraahim Godina Baalee Aanaa Gasaraatti dhalattee guddatte . …
Read More »Dhufaatii Obaamaa fi waan Obaamaan fidee dhufu
Bilisumma Biyyaaf Kan Oromoo Obaamaan nama kabajamaa dha keessumaa warra lixaa biratti.Egaa obbo Obaamaanis qe’ee dhufnee isin ilaalla erga jedhanii dhaammatanii bubbulaniiru.Toole nutis koottaa anaa …
Read More »