Kabajamoo fi jaallatamo hawwaasoota/jiraatoota Oromoo biyya Berliin, Jarmanii, Awuroopaa fi firoota oromoo hundaaf, Duran dursee nagaan oromummaa bakka jirttan maratti isiin haa qaqabu. Itti …
Read More »The Cruel Massacre of the Dictator Ethiopian Government on Oromo People Can Not Be a Treat to The Oromo Struggle!
“YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE”
“Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee” Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu Maalaatu na dhibe, Callisee obsuus …
Read More »YAASIR, SUMEYYAAH, AMMAAR
Abbaan Ammaar Yamanirraa obboleeysa Isaa barbaada Obboleyyan Isaa lamaa waliin Makka dhufee. Obboleeysa dhabnaan Haarisii fii Maalik gara biyyaatti hoggaa deebi’an Yaasir ammo Makkatti hafe. …
Read More »”Bareedde bareedde jennaan mucayyoon ija bobaafte jedhan”
Oosiiyaas Yoonaa Jidduu kana olola addaa tokkotu oofama; innis Professeroonnii fi Doktoroonni keenyi bu’aa wayiitu akka hin buufne taasisanii namoonni hafarsan ni mul’atu. Dhugaan jiru …
Read More »Oduu Gaddaa Sadaasa 19/2014
Obbo Abdulaxiif Ahamed Sa`iid erga yaro dheeraa dhukkubaan dararaamaa ture sadaasaa 19/2014 ganamarraa sa`aati lamatti Hospitaala Joglaa Magaalaa hararitti Du`aan addunyaa kanarraa boqatee jira. Sirni …
Read More »Tarsiimoo Siyaasaa (Kutaa Qaraa)
——————————————————————————————- ……………………………..…………………………………………………………………… Siyaasni beekomsa barbaada. Siyaasaa gaggeessuuf garuu beekomsi qofti gahaa miti.Tarsiimoo ykn art(qarummaa) gaafata. Siyaasni yo qarumma hin qabaanne wareegama guddaa fi gaaga’ama cimaa …
Read More »Haalli OMN keessatti dhalatti garamitti buubbuisaa jira? Gaafiif deebisaa RSN Dr. Hamzaa waliin taasise..
OMN kana booda garam deema? kufaati amma keessa bu’e kanarra ni fayyaa? Ummanni Oromoo kana booda sabaahimaa kanaaf amantii akkami qaba?
Read More »Dimookraasii, Filannoo fi Angoo Siyaasaa Maaliif Barbaachisa?
————————————————————————————————- ————————————————————————————————- ‘’Garaagarummaa ilaalchaa mormuun uumaa rabbii mormuu dha’’ …………………………………………………………………………………….. Mootummoonni Abbaa irree misooma fiduun rakkisaa dha: ————————————————————————————- ————————————————————————————- Namoonni baayyeen uummanni yo jabaatee hojjate …
Read More »