Halkan Nutti Cimee Dukkannis Hammaatee Dukkana Ulfaatee Bineensi Nunyaatee Ifa lafa Yaadnee Eegganees Nidhabnee Aduun Calaqqistuun Irribaa Nuu Hinkaafne Lukkuun Hin Iyyine Simbirroonni Hinwacne Urjiileen …
Read More »Akkuma barame akka aadaa isaa korii Bashannana ABO Amerika Kaabaa kan bara 2014 milkiin xumurame jedhu
Korri Gamtaa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo fi akkasumas kan Hawaasaa Hagayya 6 hanga Hagayya 9tti Magaalalee Lakku (Minneapolis fi Saint Paul) keessatti geggeffamaa ture murti ejjennoo …
Read More »#Jechoota Beektotaa!!!
* Qabaadhu: ~ Jaalala onnee ~ Beekumsa sammuu ~ Obsa garaa ~ Dhugaa arrabaa ~ Ogummaa harkaa qabadhu! * Bara Jireenya Kee Keessatti: ~ Kan …
Read More »GAREE UMMATA OROMOOTIIN SHORORKEESSAA JEDHAMUU QABU!
Dhibeen EBOLA Itiyoopiaa hin seenne ta’us of Eeggataa jirra jedhu angawoonni
Hanga ammaatti Itiyoopiyaa keessaa dhibee Ebolaan namni qabame hin jiru kan jedhan ministerichi eegumsa fayyaa qopheen duraa barbaachisu garuu raawwataa jira jedhan. Dr. Hussein Abdo …
Read More »HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!
Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii lammataatiif Yunivarsiitii Finfinnee …
Read More »Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa..
Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa, humnikoo nadhumtee laaftee mogoleenkoo, osoodhuman jooruu fagaatte barrikoo, ganna kudha torbaa lammiikootiif jooree, baddaafi gammoojjii …
Read More »Kana beektuu laataa?
Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka saditti qoodama! ~ Tokko kan …
Read More »Biyya Misraa Magaalaa Cairo keysatti warra Akhwaan Al-Muslimuuna fii Waraana Motummaa gidutti jeequmsa Umameen Namni 5 du`ee namni 70 madaawee jira.
Hagayya 14/2014 magaalaa Cairo keysatti Warri bara dheengadda Aangorra arihataman “Akhwaan Al-Muslimuun ” Dhumaatii Raabia Al-Adawiyya fi Medaan Al-Nahadaa “yaadachuuf Hiriira guddaa qopheysaniin walitti bu`inssi …
Read More »Generation fearless of death and detention destroys mountains.
By Firehiwot Guluma Tezera There is an Ethiopian saying “she lost what she has under her armpit while reaching for the upper shelf”. While this …
Read More »