Shabboo Miidiya: Seenaa amaarsaa fii gara jabeenya isaanii.
Read More »Finciluun furmaata!
Open Letter to US, AU & EU Special Envoys on the situation in Oromia
His Excellency, Olusegun Obasanjo, former President of the Federal Republic of Nigeria and AU High Representative for the Horn of Africa His Excellency, Uhuru Kenyatta, …
Read More »Politics Of Lamentation In Ethiopia: Ethnic Elite’s Politics For Resources And Land Through Power
By Daniel Behailu Overview of Ethiopian Politics Africans have always complained that their resources are looted by colonial powers (in the past), neo-liberal businesses, and domestic …
Read More »Siyaasaa fi amantii
Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra hedduun isaanii maqa balleeysii amantii isaaniitti labsamaa ooltu fudhachuu dadhabuu …
Read More »Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa
Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. Kitaabni seenaa isaatiif barraawees ni eeybifama. Faawundeeshiniin Usmaayyoos ni hundaawa …
Read More »Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa
Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: “Seenaa Gammachuu Qamalittii” isiniif dhiyeessa. Kanas akka dubbiin isinitti dheeratee …
Read More »“Wal dhabdeen siyaasaa mariin malee madfiidhaan hin furamu.”
Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan garuu maal haa baasuuf dhama …
Read More »SEENAA GABAABDUU ALII BIRRAA (1948 – 2022)
Sadaasa. 06, 2022 Abbaa Urjii tiin: Umama isiirraa kaasee Xoophiyaa kan jaare, diinarra ittisee fii adunyatti beeysise Oromoota. Warra jaarinsa isii tiif utubaa tahaniif Goobana …
Read More »Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend
Ezekiel Gebissa Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend Adoolessa bara 2012, Alii Mohammed Biraa, weellisaa, qindeessaa, fi walaleessaa, mana isaa Pickering, Ontario daawwadheen …
Read More »