Oduu Haaraya

Poolisiin federaalaa sochii uummata oromoo facebookiin taasisuu dhaabuuf socho’aa akka jiru dhaqeenyeerra kanaaf Oromoo kan taatan…

Madda Keessa beektota poolisii federaalaa irraa bilbilaan nudhaqabeen Poolisiin federaalaa sochii uummata oromoo facebookiin taasisuu dhaabuuf socho’aa akka jiru dhaqeenyeerra kanaaf Oromoo kan taatan Sochii keessan irraa duubatti hindeebi’iinaa garuu Saaxilamuu akka hin dandeenye maloota kanneen fayyadamaa
1**Maqaa keessaan geeddaruuf..
settind—general—name–edit—save
Si’a shan maqaa kee waan geeddarteef kana booda geeddaruu hin dandeessuu yoo jedhe.. suraa , vidiyoo fi faayiloota irraa qabdan download gochuun feesbookii keessan balleessuun filatamaa dha
2**bilbila keessan balleessuuf
setting–Mobile–Your phones–remove phone
3**paaswoordii keessan geeddaruuf
setting–General–password–save changes
4**suuraa profile picture keessan geeddaruuf
5**suuraa feetan cuqaasun make Your profile picture ka jettutti bu’aa
suraa keessan tokko tokkoon filachuun namuu akka hin arginee godgaa
select your picture–change privacy to “only me”
6**yoo namuu iimeeliin akka isin hin argineef
setting–privacy–Who can look me up?—Do you want other search engines to link to your timeline?–saanduqa keessa mallatoo “right” akka hinjiraanne
wantoota baayiee Privacy fi Timeline Tagging keessa jiran Only me ka jettutti jijjiiraa..
7**Namii kana dura Friend keessan tahee icciitii koo baasa jeettan Unfriend godhaa
Timeline–Friends–Unfriend
8**Namii odoo Add hin godhiin sin hordofuu akka hin jiraanneef
setting–Followers–Who Can Follow Me–Friends
9**yoo kompiitarrii irraa fayyadamtan save ta’ee jiraate
setting—security—Trusted Browsers—remove—savechanges
10**Yoo facebookii keessan cuftanii kabiraan qabsaayuu barbaaddan
setting–security—deactivate your Account
Tokkoon keessan illee qabsoorraa akka hin hafneef walbira dhaabanna.Share gochuun Oromo hidhamuu fi gaafa xiiqiiraa hafuu irraa wal oolchaa
Yoomiyyuu qabsoon teenya hindhaabbattu..!!!

Check Also

kuusa afaan oromoo

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame..

Abduljabbaar MohammedFölj 11 november 2017 Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame– warrii koompitar qabdan ykn …