Hayyu duree ABO garee shanee ABO Jaal Daawud Ibsaa..ibsaa guyyaa gootota Oromo laalchisee…
Read More »Labsa Guyyaa Gootota Oromoo – Adda Bilisummaa Oromoo
Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa qabsoo dheeraa ummatni Oromoo of dandamachiisuuf …
Read More »Gaafii fi deebisaa Radio Addis dimts waliin Dubbataa Dhaaba ABO Kamaal Galchuu waliin guyyaa 13/04/2013 tti geggeeyfame
Dubbataa ABO – Jijjiiramaa Obbo Temam Baatii ODF yaada/mul’ata nuti ji’a 15 dura ummataaf labsine ka qilleensi dhahe aduun itti baahee gurra ummataa jiruun yaada/mul’ata …
Read More »Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.
Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa kan yaadannu, imaanaa isaanii galmaan …
Read More »Dhalachuun Adda Demokraatawaa Oromoo (ADO) Gaaffii Yerootiif Deebii Abdachiisaa dha!
(Kutaa Tokkoffaa) Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gaaffiin irra deddeebi’ee ka’aa jiru maal akka tahe ifaa dha. Kunis qabsoon saba guddaa hagana gahu kanaa maaliif …
Read More »Wikileaks on Tadesse Birru and early days of the OLF
(OPride) — The whistleblowing website WikiLeaks has just published 1,707,500 U.S. diplomatic and intelligence documents from 1973 to 1976. While most of the latest documents have already …
Read More »“Mooraan qabsoo bilisummaa oromoo amma gam tokotti baatee jirti”
TVOMT Gaafif Deebii Obboo Odaa Xasee Waliin Haala QBO Yeroo Ammaa laalchisee waliin taasise…
Read More »MURNA AFANFAAJJII
KAAYOO OROMOO FAALLEYSUUN HIN DANDAYAMU
Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa – Qormaata guddaa bara haarayaa – jedhee …
Read More »