Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har’aa gabaabaa kana akkan dafee dhiyeessu kan na godhe, waayee moraa qabsoo bilisummaa Oromoo, keesumaayuu moraa Adda Bilisummaa Oromoo …
Read More »MIRGI UMMATA OROMO NAMOOTA HAGOON HIN MURTAA’U
Harás Borus Biyti Teenya Oromiyaa, Ummanni Keenya Oromoo, Kaayyoon Keenyas Bilisummaadha!
Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOdhaan hogganamu waggoota afurtamman dabran gargaarsa tokkoon maleetti fi duula diinota qabsoo kana dhabamsiisuuf irratti faraqaan bobba’an lakkoobsaan hedduu fi dandeetti guddaa qaban irra …
Read More »Jaaraa Family Press Release
March 5, 2013 It is with great sadness that we announce the passing of our beloved Jaarraa Abbaa Gadaa (Abdulkarim Ibrahim Hamid) on March 3, …
Read More »Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.
Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee isaanii jireenya lubbuu isaanii baasan …
Read More »