Koree Hawaasa Baqqattoota Oromoo Magaalaa Naayiroobii Jilli dabballoota OPDO olaanoo mootummaa gita bittuu wayyaaneen bobbaafame baqattoota Oromoo biyyoota ollaa Itoophiyaa keessa jiran (Keenyaa, Ugaandaa, Somaaliyaa, …
Read More »Sochii Bilisummaa Oromoo fi Jaarmota Bilisummaa
Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii …
Read More »Bilisummaan keenya KAARDIIN hin dhugoomtu!!
# Filannoo wayyaanee soba marsaa shanii,,, irratti hirmaachuuf ni galla jettanii,,, miidiyaatti bahuun labsii baafattanii,,, nuti karaa nagaa qabsoofna jettanii,,, sabaafi sab lammii biyyattii hundaafi,,, …
Read More »Habashaa fi bilisummaa Ummataa
Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf qaccee gubbaan hidhata qabutu jira. …
Read More »Adeemsa bulchinsa haqaa dhabeesaa sirna wayyaane
Sirna bulchinsa motumma Ethiopian ittin gaggeefama jiru yoo illaale keyyata duraa irratti jecha bareeda akkana jedhu arkannaa . sirna bulchinsa gaarii irratti kan hundaa`e mirgi …
Read More »Dhugaasaa Bakakkoo: lamaa fi shan ajjeesuun hafee jiraachuun WBOtuu waan guddaadha
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Read More »Bilisummaa Bilisummaa Bilisummaa
Wabii jireenyaa gati namoomaa Bilisummaa ifttu ifttu ipsituu biyyayyuu Jaalatan khee haa carraaqu guyyuu Xurree sitti deemttu tarree irra dhaabbanna Kutaa tee xiqqoollee lubbuun jijjiirranna …
Read More »Meetni Nama Harka Jiru Dhagaa Fakkaata
Malkaa Caffee | Ebla 10, 2013 Qabsoon Bilisummaa Oromoo kan dhiigaa-lafee fi lubbuu gootota Oromoo kumootaan utubame bu’uurri isaa akka jabaa gadi dhaabbatee jira. Bu’uura …
Read More »Haala yeroo ammaa deemaa jiru kanarraa maal hubachuu fi barachuu dandeenya?
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) erga jalqabee kaasee hanga har’aatti, bu’aa ba’ii baay’ee keessa dabree akka sadarkaa kana gahe seenaatu ragaa ta’a. Qabsoon bilisummaa …
Read More »