Abbaa Urjii tiin: Hawaasa Oromoo kanneen bulchiinsa gabrummaa Minilik jalatti buluu diddaaf lolanii injifataman keeysaa tokko kan Baha Oromiyaa ti. Seenaa tanaaf lola Bordoddee/Dula Kanniisaa …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate
Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura, qabsoo Oromoo keessatti waan hubatamuu …
Read More »SEENAA GAMMACHUU QAMALITTII: Kutaa Sadaffaa
Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa
Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: “Seenaa Gammachuu Qamalittii” isiniif dhiyeessa. Kanas akka dubbiin isinitti dheeratee …
Read More »Lola Masriitii fi Ajjeechaa Hogganoota Afran Qalloo ( 1874 -1884 )
Dur, Akkaataa Ajjeechaa hogganoota Afran Qalloo laalchisee hawaasni mirriga keessatti akkana jechaa ture :- “…. Biluu dooyaa Goflee Bokkuu Awwaala dhoorke Jiraa …
Read More »Kuma tokkoo fi halkan tokko
Kuma tokkoo fi halkan tokko
Read More »Galmee seenaarraa: Jeneraal Taaddasaa Birruu
Ganaraal taddassaa Birruu bara 1941 G.C. Oromo Graphya Keessa, loltoota British, warra Ganaraal wingatiin hogganamuu wajjiin tahuun loltoota finfinnee walaba baasan keessaa nama tokko ture. …
Read More »Haxxishoo! Guddadhu!
Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu walabummaa babbay’suun kiyya ni yaadatama. …
Read More »SEENAA FI HOJII SHEEK BAKRII SAPHALOO(ABUUBAKAR USMAAN ODAA) KUTAA 2FFAA
SEENAA FI HOJII SHEEK BAKRII SAPHALOO(ABUUBAKAR USMAAN ODAA) KUTAA 2ffaa SOCHII SHEEK BAKRII HAALA SIYAASAA FI HAWAASUMMAA OROMOO KEESSAATTI QABAACHAA TURE. Barreessaan :- Saphaloo …
Read More »