Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan Samiif dachii dhiphatte …
Read More »
Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan Samiif dachii dhiphatte …
Read More »By Hawi Olani Kesesa Ashama ashami jirtuu jadhetan eegala Mootummaa norwayeen galatooma jedha jechako jalqaba Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama gadi bu,’aa ilaalaa rakko saba kana landi …
Read More »Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas taatee. Irbuu kalee seenuun manaa …
Read More »Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta Jooraa ooltee nawajjin galta Ofirraa …
Read More »Akkana Aanaan irraan eegganne Maalumaa keeyssaa luqise onnee Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa Mar’imaan darbbaafi liqimsee tiruu Nyaatee madaqeef dabeesaaf …
Read More »Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii wali gahee laggeen meqa ceehee …
Read More »Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan …
Read More »Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\’isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa Buqqase darbbuf gufuuf if duraa …
Read More »Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa …
Read More »