BBC Afaan Oromoo Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan ‘ABO-Shanee’ jechuun paarlaamaan shororkeessummaan faraje, erga bulchiinsa Abiy Ahimad waliin wal waraanuu eegalee amma waggoonni sadii …
Read More »“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!
Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?
WBO: Oromiyaan ni bilisoomti!!
Warraaqsa Bilisummaa Qindeessitan Sababaa Jedhuun Sabboontoti Oromoo Heddumminaan Hidhamaa Jiru.
“Namootni yertuun abdii ilaalchaa kutatan harka kennatannii biyyatti galan “
Ibsa Guyyaa Ayyaana WBO Ilaalchisee JTBO-ABO Yemen irraa kenname
Jaarmayaan Baqattoota Oromoo ABO Yemen Ammajjii 9-2015 Magaalaa Sana’aattii Hawaasa Oromoo Maraaf Waamicha Gochuudhaan Hirmaachisee Gaafa Ammajjii 9-2015 Sirna Hoo’aan Kabajee Ooleera Ayyaana Kana irratti …
Read More »