…
Read More »Qe’een Tufaa Munaa eessa ture? Har’aa hoo ilmaan ilmaan isaanii maalirra jiru?
Seenaa gammachuu qamalittii
Kutaa Lammaffaa Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa duuka-buutuuwwan barreeffama kanaa, akka kutaalee dabran hundumaa sirriitti dhamdhamattan qalbeeffachuun, kunoo ammammoo kutaa jahaffaa itti-fufeen jira. …
Read More »Politics Of Lamentation In Ethiopia: Ethnic Elite’s Politics For Resources And Land Through Power
By Daniel Behailu Overview of Ethiopian Politics Africans have always complained that their resources are looted by colonial powers (in the past), neo-liberal businesses, and domestic …
Read More »“Wal dhabdeen siyaasaa mariin malee madfiidhaan hin furamu.”
Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan garuu maal haa baasuuf dhama …
Read More »Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend
Ezekiel Gebissa Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend Adoolessa bara 2012, Alii Mohammed Biraa, weellisaa, qindeessaa, fi walaleessaa, mana isaa Pickering, Ontario daawwadheen …
Read More »Haala yeroo fi dubbii lola Toophiyaa keessatti adeemaa jiru muraasa
Lalisa Hussein Warri Mootummaa walii galtee Aafrikaa Kibbaa cinatti “Maqalee qabannee injifannoo labsina” jedhanii qophiirra jiru. Garuummoo dubbiin akkasii miti. Lolli dhumachuu fi olaantummaa waraanaa …
Read More »“An xuuxxoo Wayyannee luuga/hodhaa hin guddanne”
Hangaasaa Ibraahim “Toophiyaa kheessatti wanni nagayaan baatee nagayaan galtu aduu qofa” Du’a sodaaf biyyaa hin dheessinu. Biyyaa hin baqadhu, hindheessu, raammoo ummata keenya fixaa jirtu …
Read More »“Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin of bulchuufi”
Mirgaanis bitaanis deemtu fuulduratti sibaasa!
Mirgaanis Bitaanis deemtu fuulduratti sibaasa!
Read More »