Marga Guutuu Laali Beekan keenya! Namni kitaaba sodomaa (30) ol akka barreesetti himatu tokko waa-lama ykn namoota lama yeroo wal-bira qabee xiinxalu yoo xiqqaate namoota …
Read More »Qeeqafi Taajjabbii Kuntaala Tokkoorra Dalagaa Qabatamaa Kiiloo Takkaatitu Caala!
Hiwi Elona ~ Caam/2017 ———————— Jaallewwankoo Hojii hojjatamuu kamiyyuu keessatti dogongorri hin dhabamu. Nama hamma dandeettii ofii sabaaf gumaachudhaaf tattaaffaturraayis hanqinni hin dhabamu. Namni qeeqafi …
Read More »Hinaaffaan Obboo Jawaar addunyyaarra nanna’ee tumsa sabaa himaa OMN ummatarraa guuruu jabaatte
TAAJJABBII -Kutaa 40 ffaa – OMN Eenyu eegale?-Galmee Seenaarraa! – 1. In mid 2012, I convinced myself it was time to start a sustainable Oromo …
Read More »Yeroo gareen shanee maqaa qabsootiin bara 20 caalaa Kora gudda kora tiqqaa, koronguddaa, guyyaa gootoota, guyyaa WBO jechuun ummata sabbata qaqqabachiisaa baate, obboo Beekna guulamaa eessa ture?
TAAJJABBII-Kutaa 41 ffaa = DHIBEE DIYAASFOORAA KANA GOOLAA JIRU GAR TOKKOTTI DEEBISNA! = RAKKOO GUDDAAN MAALI? – 1. Jawar Mohhammed Hayyu Duree ABO Jaal Dawud …
Read More »Beekan G Erena: Jawaar Mohammad kuffisuuf waan hidhatee ka’e fakkaata
TAAJJABBII -Kutaa 42ffaa – Oduu Boordii OMN Keessaa Mimmiliqanii Bahan —— Dursee sababan oduu kana ifa baasuu barbaadeefan hima. Oduun kun akka namtokkeetti eenyuunuu hin …
Read More »Beekan Guulamaa; Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed
(Maaliin walfakkaatu, Maaliinis Gargar Ba’u) ========= Taajjabbii Dhuunfaa Kutaa 1ffaa = = == = = = = = = = Maal Maalfaan Walfakkaatu? === = …
Read More »WIXINEE LABSII DHIMMA FINFINNEE LAALCHA KIYYAAN.
Wixineen labsii maqaa dantaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa qabdu jechuun wayyaaneen heera mootummaa jalatti dahachuun baafte kun akkaan ani hubadhetti kan guutumatti Oromoof bu’aa …
Read More »Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee
Abdii Boruutiin Dhiyoo kana faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu ilaalchisee mootummaan Wayyaanee labsii mata dureen isaa “የኦሮሚያ ክልል በፊንፊኔ/አዲስ አበባ ላይ …
Read More »Finfine is the Capital City of Oromia: The Fact that the Special Interest cannot Cloud
Birhanu M Lenjiso I received the draft documents (baseline study and proclamation) on Oromia special interest on Finfine from a friend and read with great …
Read More »~Rakkoo OMN fi hojjettoota isaa gidduu turee fi jiru ilaalchisee qorannoo fi murtii kiyya~
~The Verdict is in (murtiin kennameera) ⚖️ OMN gaafa bu’uureffamu irraa eegalee rakkoo kaayyoo hin qabu. Rakkoon bulchiinsaa malee. 1. OMN seera ittiin bu’uureffamaa …
Read More »