Jawaar Siraaj Muhammad / Hagayya, 2011 Barnoonni, hawaasa kamiifuu bu’ura guddinaati. Hireen barnootaatis mirga namoomaa kan bu’uraa waan taateef namayyuu hiree tana argachuu qaba. Ija …
Read More »Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?
Manni barumsa qaro dhabeeyyii Baha Oromiyaa tana hin jiruu?
WAAN QALBII NAMA CABSU Yoo jiraachuu baate qaamni dhimmi kun ilaallatu maaliif haala mijjeeysee joollee tana akka baratan godhuu dhabe? “Ijoolleen kun ilmaan Jaarsoo Dagaa …
Read More »Ummanni muslimaa maallaqa baankii Toophiyaatti kuufatanirraa maal faaydaa argatu?
Kutaa tokkoffaa barruu kanaa keessatti duursinee akka ibsinettis bu’uura gabaasa bara darbeetiin qarshiin biliyoonni sagaltamii torbaa ol baankota dhala irraa bilisa bira ka’amaniiru. Gaaffiin jiru, …
Read More »Baankota Toophiyaa fii qormaata barbaacha doolaara hajjii
Ahmaddiin Jabaliin Birriin Toophiyaa, Tyoophiyaan alatti daldalaaf/bittaaf gurgurtaaf fudhatama waan hin qabneef, daldala alatti gaggeeffamuuf maallaqaalee kanneen akka doolaaraa (yuuroo, paawundiifi kkf) biyyootaa adduunyaa biratti …
Read More »Haxxishoo! Guddadhu!
Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu walabummaa babbay’suun kiyya ni yaadatama. …
Read More »THREE STEP TEST TO BRINGING PEACE IN OROMIA:
If peace is really the goal! For any prospect of peace to come in Oromia, one may need to consider the following 3 stages test: …
Read More »Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.
WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne. Sababni dhaaba ABO …
Read More »Dhimmi rakkoo alaabaa Oromoo ka ar’a eegalameemiti
Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi!
Read More »Jeequmsi sababa Facebook Live haasawuu kun faashina yeroon fidde waan ta’eef ni dabra.
Ji’a caamsaa 2017 dhimma waliiti wacuu yeroo san ture waan jedhe Walitti aaruufi walitti wacuu marsaalee hawaasaa irratti deddemu kanarratti akkan waa jedhu qaamaafi fagonis …
Read More »