Najiib Zannuun
Read More »BARATAA FI BARSISAA
Barsiisaan ibsaa dukkanaa, balleessituu doofummaa, qartuu sammuu ilma namaa akka tahe eenyu jalaayyuu kan dhokate miti. Barsiisaan guddina sammuufi qaama da’imman tokkoofis baay’ee murteessaadha. Kana …
Read More »ANUMAATU ANA..
Anumaatu ana malee an sii miti Of ta’een uumame akka dhuunfaa kootti Aadaa koo jaallachuun sila naaf kenname Waaqa uumaa biraan waariin badhaafame Oromoo ta’eetan …
Read More »—– CINIINSUU ——
JechootaHayyootaa!!!
~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha!~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraa’eedha!~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran …
Read More »Garaaf jettee hin gowwoomin..
Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin jiraatin Sabaaf falmi malee sabatti …
Read More »MAAL KOLFA DHALOONNI ?
Yommuun wal bira qabee Yaadaan taajjabee ilaalu, Kolfi dargaggoo ammaa Kan beera durii hin caalu. Berri durii yommuu kolfitu:qas..qas..qaaaaaas..qas.. Dargaggeessi ammaa immoo: ihim..ihiii..hehe…hihii.. Jedhee ukkaamama …
Read More »DACHEE MAAL SIGOONE?
Yaa lafaa yaa dachee dandeessu hundumaagurraa kee as qabimee waa tokkon sitti himaakan garaa koo ture komii kumaatamagaaffiikoo deebisnaan sittin araarama sifaarsaa yeroo turee bookafaa …
Read More »Ka dhadhaa afaan kaayan dhagaa afaan nama kaaya
Bara beelaa sana Jireenyatu akkana: Mana worrasaanii Akaayiin midhaanii Corroqat aannani. Foon silaa hinjiruu Ambaashaatu coomaa Namuu walii ‘niluu Darbatee walsaama. Roobni gadi ‘nbu’uu Inni …
Read More »