***************** Aadaafi duudhaa gabbataan hawaasa tokkoo osoo irraanfatamanii hinbadiin tooftaalee adda addaatiin dhalootaa dhalootatti akka darbu gochuun barbaachisaadha. Tooftaalee kanneen keessaa tokko duudhicha ijoollee ofii …
Read More »#Jechoota Beektotaa!!!
* Qabaadhu: ~ Jaalala onnee ~ Beekumsa sammuu ~ Obsa garaa ~ Dhugaa arrabaa ~ Ogummaa harkaa qabadhu! * Bara Jireenya Kee Keessatti: ~ Kan …
Read More »HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!
Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii lammataatiif Yunivarsiitii Finfinnee …
Read More »Kana beektuu laataa?
Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka saditti qoodama! ~ Tokko kan …
Read More »~~MOOSINNI NI DABRA!~~
Abdii hin kutatin teessee hin hifatinHiraarteen cinqatin ustee hin rakkatinIfiin if eergartee Nama hin komatin!Osoo human qabduu odoo yeroon jirtuuKan ariitee qabdu osoo fiiydee baatuuMoosinni …
Read More »JechootaHayyootaa!!!
~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha!~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraa’eedha!~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran …
Read More »Garaaf jettee hin gowwoomin..
Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin jiraatin Sabaaf falmi malee sabatti …
Read More »Ka dhadhaa afaan kaayan dhagaa afaan nama kaaya
Bara beelaa sana Jireenyatu akkana: Mana worrasaanii Akaayiin midhaanii Corroqat aannani. Foon silaa hinjiruu Ambaashaatu coomaa Namuu walii ‘niluu Darbatee walsaama. Roobni gadi ‘nbu’uu Inni …
Read More »