( Ogeessa irraa kan naaf ergame) A. Manni maree ministeerotaa har’a imaammata afaanii irratti marii’atee raggaasise. Wanti ragga’e wixinee seeraatii miti. Wanti ragga’e wixinee fooyya’insa …
Read More »OMN:Sirna Eebbaa fi Saaqiinsaa FIB (Amajji 26, 2020)
OMN:Sirna Eebbaa fi Saaqiinsaa FIB (Amajji 26, 2020)OMN:Sirna Eebbaa fi Saaqiinsaa FIB (Amajji 26, 2020)Posted by Oromia Media Network on Sunday, January 26, 2020
Read More »Kitaaba Raammisoo sagaleen..
Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa'aa lamaa, gabaa! Ittiin booharaa. Warri maxxansaa lamadaa qabdan …
Read More »Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa dhooyfattanii Haala mijjeeyfachaa
Tortora haasawaa Tola fakkeessuu Summii baattanii Nutti gad facaasuu Guyyaa jara fakkaachaa Galgala nu fakkaachuu Afaan damma dibattanii Nuun sossobachuu Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa …
Read More »Mijuu – Kuusaa Furaa Jechoota Afaan Oromoo
Barreeysaan kitaaba kanaa Abdurashiid Abdurahmaan (Abbaa Urjii) Posted by Abbaa Urjii on Thursday, September 6, 2018
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 11FFAA
Waa sadi jabeessi; tattaafadhuun 1. Hojii 2. Barumsa 3. Abdii *** Waa sadiin namatti dondhoomin 1. Nagaa gaafachuu 2. Haasaa gaarii dubbachuu 3. Waa barsiisuu …
Read More »B A G A I T T I I N I S I N G A H E !
Bara gaarii – bara guddinaa Bara balleeysinu shiraa fii jallina Bara tokkummaa – bara nageenyaa Bara lagannu wal jibbaaf hammeenya! Bara badhaadhinaa – bara quufaa …
Read More »JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Shanaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee dabran afran akka gaariitti dhamdhamachuu keessaniif, mee hedduu galatoomaa! Duubbiin galatoomfannaa …
Read More »JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Afraffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee dabran sadeen akka gaariitti dhamdhamachuu keessaniif, mee hedduu galatoomaa! Duubbiin galatoomfannaa …
Read More »Gaafa agabuun dhufe soorree beela baafnee..
Gaafa agabuun dhufe soorree beela baafnee, Garbuu nyaachifnee annaan mi’ii obaafnee, Isaa nama hin fakkaanne nama fakkeessinee, Gara laafina keenyaan qubsiifnee guddifne. Akka ilma keenyaatti …
Read More »