Oduu Haaraya
manguddoota

Kiyyaa Aawwadaay:Jaarsummaa Araraaf

Kiyyaa Aweday

Heloo yaa Gooftoolee Yaa Warra Maqalee, Ana Abiyyii bilbilee Jala deemtuu Jalee Kan Ergattan Kalee, Ana Xawalwaallèe Afaan na Cancalee Isintu Na Leenjise Dhidhiitaa Kabalee Hin daganne Arra’allee

Qabsoo Qeerrootinan Teessoo Keessan dhale Iddoo nan hin Malle Dhiifama Gooftoolee ?

Yaa Abbaay Xahayyee Uuuuuuu jedhee Iyyee Na nyaachisin biyyee Getaachoo Assaffaa Sodaa keen dhudhuufa Kufeen Ciisa LafaaNarraa Murtee Tafa Na Laamsheessin Nafa ?

Ato Sibati Naggaa Tiinii keessan Luugaa Akka na Guddiftan Biyyi Guutuun Ragaa Ani Galata keessan Hin beeku Herrega Haqa qabdan dhugaa !

Badii koo nan ArgaaManguddumman Erga Nafxanyaa na Sobeen Kophaa kiyya Fiiga Ganduma Soddaatu Dhiibee baasee Faagaa Gad na buuse Laga !

Oromiyaa keessatti Guyyuun Jigsa dhiiga Ajjeesee Duguugaa Keessafuu Gujii fi Wallagga Galaanuma ta’e Dhiigni Guutee Laga Oromoon Jibbite Ijaanuu na Argaa Qeerroon natti kaatee Mee Garamiin Fiigaa ?

Harkaatu na dhiiga Halkanin baaraga Hirriibarran Fiiga Harki Bitaaf Mirgaa Ana fi Isintu duris Lafeef dhiigaa Hin dhaqu Jijjiga Isinirran Jigaa Ka’ee dhufee Fiigaa Na Salphisinaa gaa ??

Ato Sibati Naggaa Ato Gabratsiyoni Jaala Jaala Argaa Rakkoo tiyya Argaa Akkuma Kaleessaa Koottaa na Garafaa Fudhadhaa Halangaa Ni qabdanii Mirga Huddu Foorii qabaa Feetan Narraa Rigaa Mee na baasaa Lagaa Hin dhaqu Wallagga Isinitti booyuutu Irra Anaf Mirgaa !

Jedhee odoo Kadhatuu Ashaagireen baaragàa Gantuun Harka dhiigaa Oliif Gad Fifiigaa Itti Erge Ergaa Harka Kaa’ee Marga Jarroolee Nagaa Irra Diddee Ergaa Tigiraay Gooteef bagaaJiruun dhaabde dhagaa !!

Mumicha Bilixiginnaa Qaalii Abbaa badhaasa Noobelii Salphinni Hangana Olii Hin Jiruu Mee Laali Gantuu Garagalii Dura Of Madali Ol Siin Ka’e Gaallii Oromiyaa qofa kan kèe Federaallii Miliyoona 50 Rasaasaan Waxalii Miliyoona Shanii Salphadhuu irraa Gali !!

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …