OMN:Oduu Hagayya 23,2015 Godina Harargee Lixaa, aanaa Daaroo Labuutti, sababa hanqina roobaatiin ummata beelaaf saaxilameef gargaarsi muraasni dhaabbilee gargaarsaa mitmootummaatiin kennamu, ummata beelaan dararamu otoo …
Read More »ABOn hunma Oromoo; Oromoon humna ABO ti – Hawwaasa Oromoo Ayelaand
Osoo lafaa qabu
Qotaatu dhadhabee Rakkinaaf gadaadoon Lammii koo dhaqabee Rooroo itti hammatee Lammiin koo maal dhabee Waqnii roobuu didee Horiin moonaa dhumee Goottaraanis oonee Kadhaaf manaa yaa’aan …
Read More »Ethiopia: Emergency Assistance Demand Rises to 4.5m People
A new report released by United Nation Office for the Coordination of Humanitarian Affairs (UNOCHA) shows that the number of relief food beneficiaries in Ethiopia …
Read More »Oromo TV:Odeeffata Qondaala THBO (ULFO) Wajjiin Geggeeffame
https://youtu.be/kFerLkhxeBc
Read More »Duguuggii sanyii Ruwandaa fi Czechoslovakia keessatti raawwatame, oromiyaa keessatti raawatamuuf itti jiramuuf, jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo waanta hubachaa jiran hin fakkaatu ykn qaama rakkoo ta’uuf jiru.
Akkuma irra deddebi’amee beektotaa fi namoota gara garaan akeekame, haalli ummati Oromoo fi oromiyaan keessa jirtu eddu yaadeessaa dha. yeroo ammaa yaaddeessa irra darbee gara …
Read More »Walii Galtee Jaarmayoota Oromoo Afran jiddutti tahe …
Walii Galtee Jaarmayoota Oromoo Afran jiddutti tahe Ilaalchisuun Ibsa JTBO-ABO-Yemen Irraa Kenname Jaarmayaan Tokkummaa Baqattoota Oromoo ABO-Yemen Kan Jijjiiramaa Akkuma jijjiiramni Mooraa qabsoo Oromoo Keessatti …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Hojiin Malee Ololaan Bakka Hin Gahu
Jaarmayoota siyaasaa, sabboontotaa fi kanneen mirga namoomaaf falman marti mootummaa empaayera Itophiyaa irratti of aangomsee jiru irraa hammeenya suukanneessaa gosa adda addaa raawwatamaa turee fi …
Read More »Oromo TV:Artist. Adam Harun (Exclusive Interview ) part one
https://youtu.be/qmVg-7yto44
Read More »