Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas taatee. Irbuu kalee seenuun manaa …
Read More »Barri 2014 Seenaa Qabsoo Oromoo keessatti waan ittin ibsamu hedduu
Waan hundi yeroo isaa malee akka hin taanee, Maanguddoonni Oromoo barnooti hammayyaa hin booressine gadi jabeessanii dubbatu. Dhugumatti miidhaan Ummata irra ga’u jabaataa wayita deemu …
Read More »Gutuu Hawaasa Baqataa Oromo Biyya Masrii Hundaaf :
Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti dorgomuuf jedhan kudhan keessaa sagal beekamtii guutuu ta’e argatanii jiru.
Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji’oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti …
Read More »Diimaa Naga’oo: “Qabsoo kan goonuuf Fedhii ummata keenyaa bakkan ga’uufi
“Kan qabsaawa jirruuf fedhii ummata keenyaa bakkaan gayuufi” Jaalli kun fedhii isaa bakkaan ga’ee moo kan ummataati bakkaan gahee? J/ Nadhi Gammadaa yoo wareegame fuulli …
Read More »“Gudeedamuun isa salphaadha, kan kana caaluutu nurratti raawwatamaa jira”
Gaafiif deebisaa RSO haala baqattoota Oromoo biyya Yemen keessatti yeroo ammaa deemaa jiru laalchisee……
Read More »Qabeenyi ABO Shanee Gumii Saamamuu isaa ammaan dura isiniif ibsineeti turre.
Garuu horiin kun akkuma ammaan dura isiniif ibsinetti madda galii addaa jedhameeti beekkama. Kan ajaja hayyu duree qofaan sossoohudha kanaaf namni biraa horii kana …
Read More »Diimaa Nagawo Finfinnee Gale
(Oduu, Oromedia, 17 Okoloolessa 2014) — Yeroo garaa garaatti Itoophiyaa haarosuuf fedhii akka qabu ibsaa kan jiru, Dr Diimaa Nagoo, torbee kana keessa Finfinnee deemuun …
Read More »Qophii Deegarsa OMN Fii Khabajaa Ayyaana Irreeysaa Irratti yaadaafii dhaamsa Hawaasa Oromoo biyya Sweden.
Bomb Hits Somali Police Car Day After Deadly Cafe Attack
MOGADISHU— A bomb tore through a senior policeman’s car in Somalia’s capital on Monday, a day after suspected Islamist militants shelled an area where the …
Read More »