Magaalaa Gimbii Keessatti mormii guddaatu adeemsifamaa jira. Humni waraanaa uummata to’achuu hin dandeenye. Miidhamtoonni hedduun hospitaala seenanii jiru daqiiqaa muraasa dura lubbuun nama tokkoo baateetti.dubbiin …
Read More »Dhugaan Oromoon Keessa jiru kunooti.
By Hawi Olani Kesesa Yeroo ammaa kana ilmaan Oromoo maal keessan jiru yoo jennee gaafanneef namoonni addaa addaa deebii heedduu kennuu ni danda’u. Inni fagoo jiru …
Read More »Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa gaggeessan.
Demonstration Held In Support Of Oromo Students In Ethiopia
The Oromo Community in South Dakota held a demonstration in downtown Sioux Falls Friday morning. The group joined thousands of Oromos from dozens of other …
Read More »Killings in Ethiopia outrage Edmonton Oromo community
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo Biyya Suwiidin Kan Magaala Goteborg fii Skaaraa
Hiriirri guddaan tokko har’a Lammiiwwan Oromootiin as Washington DC fi naannoo addunyaa keessatti geggeessamee jira.
WASHINGTON, DC — Hiriirri kun magaalaa Finfinnee magaalottii naannoo jiran kan Oromiyaa waliin wal qabsiisuuf master palan qopahaa’ee mormuu dhaan barattootaa fi uummata hiriira mormii geggeessu …
Read More »Marii hawaasni Oromoo biyya Yaman waliin godhame.
Walgayii Guyyaa Arraa Kominiitiin Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yaman, Hawaasa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman Waliin, Yaman Sana’aa Keesatti Diddaa Gocha Sookhanneesaa Mootummaan Abbaa irree impaayarri Etiyoopiyaa …
Read More »