Akkam jirtan duran dursee jirattottaa nairobi kenya hundaaf Obbollessii kenyaa khun Aprli 4/2014 humna mottummaa kenyattiin guyyaa Saa,attii 4ttii humna policettii akka fudhamee hunduu qaba …
Read More »Mootummaan Wayyaanee Badii Tokkoon Malee Sabboonaa Artistii Oromoo Jaafar Yusuuf Ukkaamsuu Mana Hidhaa Galche
Mootummaan Wayyaanee aartii fi Artistoota Oromoo nyaachaa alalfachaa kan as geesse Sabboonaa Jaallatamaa wallisaa Oromoo kan tahee fi yeroo ammaa kana keessatti walleewwan haaraa …
Read More »Master plani amma Wayyaaneen baafte Finfinnee babaldhisuuf otoo hin ta’iin Oromiyaa daangaa daangaan adda qoqqoduu..
Gunmen kill nine in western Ethiopia bus attack – state media
April 16, 2014 (Reuters) – Gunmen ambushed a bus carrying dozens of people in western Ethiopia near the Sudanese border, killing nine and wounding six …
Read More »The OLF Condemns the Acts of Ethnic Cleansing Perpetrated against the Oromo People by the TPLF-led Regime in Finfinnee (Addis Ababa)
PRESSRELEASE 16thApril2014 The OLF Condemns the Acts of Ethnic Cleansing Perpetrated against the Oromo People by the TPLF-led Regime in Finfinnee (Addis Ababa) …
Read More »Gaaddiidduu Jaaramayaa Farra Sabboonummaa Oromoo (kutaa sadaffaa)
(Xannacha Keeysaa Kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn Hogganamtu Quucarse) 5. ABO fi ABUT (OLF vs TPLF) ABO fi ABUT akkaa fi yeroo sadihi keeysatti wal …
Read More »BAQATTOONNI SHORORKEESSITOOTAA MITI!
Ayyaanni Guyyaa Gootoota Oromoo Tokkummaa Barattoota Oromo Biyya Jarmanii (TBOJ) Dame Hessen-TBOHn Kabajame
Frankfurt, Germany, 12.04. 2014 Guyyaa kabajamaa kanarratti Keessummootni adda adda kan afeeramanii yemmu ta’u, saganticha akka Aadaa Oromoootti eebbaa Manguddoota Oromoon jalqabame. Itti aansuudhaan, kabajaa …
Read More »Memorial Day of the Oromo Martyrs
Memorial Day of the Oromo Martyrs By Leenjiso Horo April 2014 The legacy of heroes is the memory of a great name and the inheritance …
Read More »Akka waan Oromoof loltanii
Akka waan Oromoof loltanii Jeneraala isiniin jennee Diina Oromiyaa irraa kaaftanii Nu isinii hin-kenninee Dhaaduu teessan hoongoftuu Kunoo itti saalfanne! Iyyinee iyya labsinee Dhiya’rraa …
Read More »