Oduu Haaraya

Ispoortii

Genzebee Dibaabaa ta dhiyoo Monaakootti moote Waliin barana 6 dorgomtee cufaa moote, dorgommii lama rekordii haraa argatte

ganzabee

WASHINTON,DC— Atileeti Genzebee Dibaabaa atileetii addunyaa irratti dorogmmiin beekamtuu yoo dorogmmii baatu mootetuma galti. Dorgommii barana Ammajii jalqabdeeen waliin akka soddsaa isii atileeti Sileshi Siin …

Read More »

Dorgommii Kubbaa Miilaa’OSFNA’ Barana, 2014 ‘Oromo United’ Moo’ee,Gareen Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Leenjiif Biraazil Jirti

osfana 2

WASHINGTON,DC— OSFA,maqaa ispoortii Hawaasa Oromoo Amerikaa gama Kaabaa’ Oromo Soccer Tournament of North America’ jedhee irratti wal dorgomu.Baruma baraan wal dorgomanii tana waliin ganna 20essoo …

Read More »

Dorgommii baranaa mana barumsa MN.,St.Paul,jiru ‘Central High School’ jedhanitti qopheessan.

osfanaa

WASHINGTON,DC — OSFNAOromo Sport Federation in North America,dorgommii ispoortii Oromootii Amerikaa gama kaabaa baruma baraan qopheeffatan. Eegii jalqabanii ganna kurnya lamaatti deemuutti jirtii dorgommiin baranaalleen Amerikaa

Read More »